29/03/2025
Barattootni kanaan dura barumsa keessan Mickey Leland University College irraa barattanii amma deeggersa adda addaa barbaaddan, lakkoofsa bilbilaa +251911608367 irratti bilbiluun nu quunnamuu dandeessu. Warri Finfinneef naannoo ishee jirtan ammoo qaamaan gara waajjira keenya finfinnee, naannoo Qeeraa jiru dhufuun deeggersa barbaaddan argachuu dandeessu!
Ergaan kun akka namoota baayyee bira ga'uuf waliif daddabarsaa!
Galatoomaa!