Educational Conseltancy

Educational Conseltancy Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Educational Conseltancy, Educational consultant, Finfinnee, Addis Ababa.

31/05/2026

Gaaffiin deebii barbaadu baay'een jiraatuyyuu Finfinnee jirru borii kana eenyuun maaliif akka filannu sirriitti xiinxallee yaaduu qabna. Paartiin ani filadhu kun sagalee barbaadamu argatee dhiibbaa uumuu danda'amoo cal-jedheen sagaleekoo balleessa isa jedhu irra deddeebinee yaadnee murteessuu qabna. Kana beeki alagaa biratti inni biyya bulchaa jirus inni maqaa Oromoo dhahatee socho'aa jiru biroos tokkumaa. Waantin jechuu barbaade isiniif gala. Osoo nuyi mana keessaa wal-qocolluu Ormi carraa argatee ishuma qabanneyyuu akka duubatti hin deebifne jechuudhumaaf!

https://www.facebook.com/share/1BHoCs5qQ8/
21/04/2026

https://www.facebook.com/share/1BHoCs5qQ8/

Akkam jirtu? Dorgommiin miidhaginaa Miss World Ethiopia ammallee hin xumuramin jira. Dorgommii kanarratti mucaan keenya Lalisee Minkefuu sadarkaa tokkoffaan dursaa jirti. Hanga ammaatti tumsa taasistaniif galatoomaa jechaa, ammas sadarkaa tokkoffaa qabattee jirtuun akka xumurtuuf namni hundi sagalee akka kennuufiif kabajaan isin gaafanna. Dorgommichi guyyaa borii waan goolabamuuf hammasitti sadarkaa qabattee as geesserraa akka gad hin buunetti akka gaariitti vote haa goonuuf jechuu feena. Liinkii fi tartiibni ittiin filtan comment irra jira.
Nekemte city

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Educational Conseltancy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share