06/12/2022
Ofta'ii jiraadhu
finfinnee Woliso
06/12/2022
22/10/2022
14/10/2022
Waa gochuu hin dandeenyu Boohuu hin dadhabnu yaa oromoo waggaa 27n bardhaa nu bochiisaa bahan waggaa waggaan suuraa isaa T_shirt irraatti maxxansanii qabsoof galii ta'a jedhanii gurguraa gantoota akka QAJEELAA ,TOLEERA,ARARSA BIQILAA ffaa fi wahiiltoota isaani sooraa baane.
Galanni dhiiga ilmaan oromoo gurguratanii har'a dhiigni oromoo waa ittii hin fakkaatu.
Amma immoo bara isa kana Hacaaluu ittiin daldaalu
Ummata Tigirayi irraa Qabsoo haa barannu isaa du'ee hin boohanu isa hafe hanbiisani ijaaranii gumaa basuuf kutannoon lolataa jiru.
Mee nus bohicha haa dhiifnuu yoo dhuguma isa du'eef harii qabaanne ta'e
Dura warra oduu kutaa odeessiitu akkasumas waa'ee dhabbiileef boochu qabsoo oromoo keessaa akkaa xuroofte baatu gooee oromoof oromiyaa qofa jidduu gala gooneee gumaa biqiltuu keenya ol adeemtuu nu harkaa fixaa jirantokkuumaan itti haa kaanu
Yadannoo warra wareegamani kabajuuf kaachuu caala isaanii dhaadannoon osoo hin taane gochaan haa bafanu.
Sobdootaaf
Fakkeessiitoota
Sodaattota
Daldaaltota
Warra yelloo card Abiyi baataniif
Warra sobaan WBO WBO jechaa oltuu
Qabsoo keessaa haa qulqulleesiinu.
Gumaa baasuf wal haa jabeessinueesiinu.
05/10/2022
Kunis amma ani Oromoodha jetti safuu Oromoon qabu cabsitee.
24/09/2022
.
Barsiisonni komii qaban haala kanaan dhiyeeffachaa jiru.Barsiisan madda beekkumsaati jedhu; jechuu qofa osoo hin taane dhugumatti barsiisaan madda beekkumsaati.Dhaloota hardha baratee gaaffii mirgaa gaafachaa jiruu fi siyaasa biyya kanaa oliif gadi hoofaa kan jiru kana oomishee /barsiisee/ kan baase barsiisadha. Mirgi barsiisaa kabajamuu osoo qabuu mirgi keenya sarbamaa jira kan jedhan barsiisoni kolleejjii adda addaa irraa bara 2011,2012,2013 eebifamanii qormaata gahumsa ogummaa fudhatanii darbanii hanga yoonatti ogummaa barataniin dhaloota qaruu osoo danda'anuu sababa Biiroon Barnootaa ramaddii kennuufii dideen hoji-maleeyyii ta'uun karaarra jooraa ta'anii jiraachaa jiru. Keessumaayyuu kan gaaffii namatti uumu barsiisonni bara 2011--2013 osoo taa'aa jiranuu barsiisonni bara 2014 xummuraniif ramaddii baasaa jiru.
Biiroon Barnoota Oromiyaa abdii keenya gara fuula duraatiif maal akka nuuf yaade ifa nuuf gochuu qaba.
godhaatii qaamma dhimmi kun ilaallatu biraan nuuf gahaa.
23/09/2022
27/06/2022
👇
26/06/2022
Bara dhufee darbu hunda onnee keenya keessa jirta 💔 Hacee goota koo
25/06/2022
❤💚❤
.👇
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa