Yusuf

Yusuf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yusuf, Addis Ababa.

23/05/2026
Ganda   Sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa bara 2018 bifa ho'aa ta'een gaggeefffamee...
27/04/2026

Ganda Sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa bara 2018 bifa ho'aa ta'een gaggeefffameera.

Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa Ganda Shanii Camariitti sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa bakka bulchaan Aanaa Saxxammaa Obbo Keeruddiin Abdulqaadir,Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa Aanaa Saxxammaa Obbo Mahammad Mahammadnuur fi Itti gaafatamtuun Ijaarsa paartii badhaadhinaa Aadde Rahimaa Abdulmaliik argamanitti gaggeeffameera.

Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti!
Badhaadhina filadhaa!
Mallattoon keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251928291958

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share