12/08/2025
🤲
•[ OrToDoKsI TaWaHiDo ]•
12/08/2025
🤲
12/08/2025
sher taasiisa pls 🤲
31/07/2025
30/06/2025
🙄
14/06/2025
sifaan dhabe jeecha
yaa goofta guddiicha
olmaan keef kan ga'u
keennaa kee kan ta'u
hin argaane barbade
nan dhabe yaade
addunyaa hunda naana'u
hin argaane olma keef kan ga'u
kanaf itti dhiisen calliise
olmaan kee ajab na jechiisise