Markaz Fahmul islaam Li Ta'aliimil kitaabi wossunna مركز فهم الإسلام

Markaz Fahmul islaam Li Ta'aliimil kitaabi wossunna مركز فهم الإسلام Kottaa Barnoota Diin islaamaa Haa Barannuu Barannee Dukkana Wollaalummaa Haa Balleessinuu 📚📗📖

𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐞𝐞𝐭𝐚𝐧 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚𝐚↓https://chat.whatsapp.com/FYP6qjkByQc8hERQRLzSUh
11/04/2025

𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐞𝐞𝐭𝐚𝐧 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚𝐚↓

https://chat.whatsapp.com/FYP6qjkByQc8hERQRLzSUh

بسم الله الرحمن الرحيم  الحمد لله رب العالمين والصلاة والسلام على سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين أَمَّا  السلام عليكما...
11/04/2025

بسم الله الرحمن الرحيم الحمد لله رب العالمين والصلاة والسلام على سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين أَمَّا السلام عليكم
الســـــلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Akkam jirttu Kabajamtoota Ummata Muslimaa Marti Keessanuu Bakkuma isin jirttanutti Nageenyi Rabbii Sinirra Haa jiraatu jechaa Kanatti Aansuudhaan

☞𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚a☜

✍️Oduun Gammachiisaan Sunis
↓Akka Armaan Gadiiti↓

Yaroo Ammaa kana Markaz Fahamul islaam Barnoota Gosa Lama Kennuudhaaf Qophii isaa Xumuree jira

Gosti Barnoota inni kennuummoo

1 Hiikkaa jecha Rabbii ol'aaneeti Subhaanahu Wota'aala

Tafsiira Qur'aanaati___________
تفسير القران الكريم ___________

2 Ammas Gosti Barnoota inni kennuu Barnoota Buluugul Maraam Min Adillatil Ahkaam

☜بُلُوغ الْمَرَام مِن أَدِلَّةِ الأحْكَام☞
Gosti kitaabban Biroos Namoota Barachuudhaaf Fedhii Qabaniif Ni dhihaata

Barnoonni Kunis Kan Eegalamu jalqabarraa Kan Eegalamu Ta'a

Kottaa Qooda Erraa Fudhadhaan Kun Affeerraa Keenya

👨‍💻 Barnnoota Jalqabarraa Eegalamu Argachuun Carraa Bareedaa Waan Ta'heef Akka Yaroo dhihootti Barnoota kana Barattanii Bu'aa isaa Argitanuuf Niyyaa keessan Tolchaatii Gottaatii Galmaawaa Baradhaa isiniin jenna Erra Deebinee

Yaroo Keenyatti Haa Fayyadamnu Akka Yaroon Nutti hin fayyadamne

Wollaalummaa keessaa Akka Baanuuf Tattaaffii Haa Goonu Barnnoonni ifaa Adduniyaaf Aakiraati Qaroomsaa Sammuuti Gabbisaa Yaadaati

Barnnoonni Fincila Diddaa Wallaalummaati Ka'aa Wal kakaasaa Carraa Manatti Deemee Nuuf dhufe kana Haa Saammannu Haa Booji'annu Dur Namoonni Cinqii Addaddaa Keessa Dabranii Barnoota Kana Barachaa Turan Harrammoo Waan Nuti Silaa Dirqama ofirratti Goonee Deemnee Barbaannu Rabbiin Manatti Bakka Nuti jirrutti Nuuf Fide Bor Fuula Rabbiitti Uzriin Himatan hin jiru Deemee Barachuuf Haalli Naaf Mijachuu dide jedanii Himachuuf Rabbiin Waan Hundda Laaffisee jira Waan Nuuf Laaffise Kanammoo yoo Erraa fayyadamuu Dinne Erraa Nu Gaafatuun isaa Shakkii hin Qabu Sababni Wahii hin jiru Kan Nuti Rabbiin Komannu Guyyaa Borii Akka hin sheenofneef Ka'aa Ni'imaa Rabbiin Nutti oole kanatti fayyadamnee Gaaffii Guyyaa Boruu Nu Eeggatu Deebisuuf Haa Qophoofnuu

kottaatii Galmaawaa Baradhaan Erra Deebiidhaan Kun Affeerraa keenya 👨‍💻

Bakki Barnootaa Markaz fahamul islaam Li Ta'aliimil kitaabi wossunna

Liinkii Kana Tuqaatii Seenaa Kan WhatsApp iiti↓

https://chat.whatsapp.com/FYP6qjkByQc8hERQRLzSUh

ᘳᗒ𝑳𝒊𝒊𝒏𝒌𝒊𝒊𝒏 𝒁𝒐𝒐𝒎 𝑨𝒌𝒌𝒂 𝑨𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒊𝒕𝒊 ☜
us06web.zoom.us/j/6948091200
Pesscode 2️⃣☜

𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐡𝐞𝐡𝐢𝐤 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥 𝐖𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐫𝐫𝐚𝐡𝐢𝐢𝐦

المدرس الشيخ عبد الواحد عبد الرحمن

من مركز فهم الإسلام لتعليم الكتاب والسنة

__________________________________

06/12/2024
مبروك الف مبروك
22/11/2024

مبروك الف مبروك

𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝐾𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑊𝑎𝑟𝑟𝑖 𝑄𝑢𝑟,𝑎𝑎𝑛 𝐵𝑢𝑢𝑓𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓𝑤𝑎𝑟𝑟𝑖 𝐻𝑢𝑟𝑢𝑢𝑓𝑎  𝑋𝑢𝑚𝑢𝑟𝑡𝑎𝑛 𝑀𝑎𝑎𝑠ℎ𝑎𝑎 𝐴𝑙𝑙𝑎ℎ𝐵𝑎𝑔𝑎 𝐺𝑎𝑚𝑚𝑎𝑑𝑑𝑎𝑛👨‍🎓🎓👩‍🎓🎓👨‍🎓🎓👩‍🎓🎓
22/11/2024

𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝐾𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑊𝑎𝑟𝑟𝑖 𝑄𝑢𝑟,𝑎𝑎𝑛 𝐵𝑢𝑢𝑓𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓

𝑤𝑎𝑟𝑟𝑖 𝐻𝑢𝑟𝑢𝑢𝑓𝑎 𝑋𝑢𝑚𝑢𝑟𝑡𝑎𝑛 𝑀𝑎𝑎𝑠ℎ𝑎𝑎 𝐴𝑙𝑙𝑎ℎ

𝐵𝑎𝑔𝑎 𝐺𝑎𝑚𝑚𝑎𝑑𝑑𝑎𝑛
👨‍🎓🎓👩‍🎓🎓👨‍🎓🎓👩‍🎓🎓

09/11/2024

𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝘂𝗹𝗮𝗮𝘀𝗮𝘁𝘂

𝗡𝘂𝘂𝗿𝘂𝗹 𝗬𝗮𝗾𝗶𝗶𝗻 𝗙𝗶𝗶 𝗦𝗶𝗶𝗿𝗮𝘁𝗶

𝗦𝗮𝘆𝘆𝗶𝗱𝗶𝗹 𝗠𝘂𝗿𝘀𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻

𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮//5𝗳𝗳𝗮𝗮☜

خُلَاصَةُ نُورُ اليَقِين

فِي سِيرَةِ سَيِّدِ الْمُرْسَلِي

B/ ust/ Abdulwaahid Abdurrahiim 🌹

جزاكم الله خير الجزاء 🌹

09/11/2024

𝑩𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑩𝒖𝒍𝒖𝒖𝒈𝒖𝒍 𝑴𝒂𝒓𝒂𝒂𝒎

𝒌𝒖𝒕𝒂𝒂[☞4𝒇𝒇𝒂𝒂]◎

دُرُوسُ بُلُوغُ الْمَرَام مِن أَدِلَّةِ الأحْكَام

مِن مَركَز فَهمُ الإِسلَام لِتَعلِيم الكِتَابِ وَالسُّنَّة

☞𝑩//𝑺𝒉𝒆𝒉𝒊𝒌 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍𝒘𝒂𝒂𝒉𝒊𝒅 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒓𝒓𝒂𝒉𝒊𝒊𝒎

🌹 جزاك الله خير الجزاء✍️

09/11/2024

𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝘂𝗹𝗮𝗮𝘀𝗮𝘁𝘂

𝗡𝘂𝘂𝗿𝘂𝗹 𝗬𝗮𝗾𝗶𝗶𝗻 𝗙𝗶𝗶 𝗦𝗶𝗶𝗿𝗮𝘁𝗶

𝗦𝗮𝘆𝘆𝗶𝗱𝗶𝗹 𝗠𝘂𝗿𝘀𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻

𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮//4𝗳𝗳𝗮𝗮☜

خُلَاصَةُ نُورُ اليَقِين

فِي سِيرَةِ سَيِّدِ الْمُرْسَلِي

B/ ust/ Abdulwaahid Abdurrahiim 🌹

جزاكم الله خير الجزاء 🌹

09/11/2024

𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝘂𝗹𝗮𝗮𝘀𝗮𝘁𝘂

𝗡𝘂𝘂𝗿𝘂𝗹 𝗬𝗮𝗾𝗶𝗶𝗻 𝗙𝗶𝗶 𝗦𝗶𝗶𝗿𝗮𝘁𝗶

𝗦𝗮𝘆𝘆𝗶𝗱𝗶𝗹 𝗠𝘂𝗿𝘀𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻

𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮//3𝗳𝗳𝗮𝗮☜

خُلَاصَةُ نُورُ اليَقِين

فِي سِيرَةِ سَيِّدِ الْمُرْسَلِي

B/ ust/ Abdulwaahid Abdurrahiim 🌹

جزاكم الله خير الجزاء 🌹

09/11/2024

𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝘂𝗹𝗮𝗮𝘀𝗮𝘁𝘂

𝗡𝘂𝘂𝗿𝘂𝗹 𝗬𝗮𝗾𝗶𝗶𝗻 𝗙𝗶𝗶 𝗦𝗶𝗶𝗿𝗮𝘁𝗶

𝗦𝗮𝘆𝘆𝗶𝗱𝗶𝗹 𝗠𝘂𝗿𝘀𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻

𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮//2𝗳𝗳𝗮𝗮☜

خُلَاصَةُ نُورُ اليَقِين

فِي سِيرَةِ سَيِّدِ الْمُرْسَلِي

B/ ust/ Abdulwaahid Abdurrahiim 🌹

جزاكم الله خير الجزاء 🌹

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Markaz Fahmul islaam Li Ta'aliimil kitaabi wossunna مركز فهم الإسلام posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share