Law Students Union

Law Students Union

Share

LSU is created mainly to inform you updated laws; access teaching materials, references, exit exam...

22/12/2025

(ለሕግ ባለሙያ)
Beeksisa Hojii Ogeeyyii Seeraatiif

Law Students Union
School of law Asossa university
Law & Practice ሕግ እና ተግባር
Binimos Shemalis-ቢኒሞስ ሽመልስ

22/12/2025
20/12/2025

★Ulaagaa Namoota IMXn gurmaa'an Waajjira Abbaa Alangaatti Mirkaneessuuf Barbaachisan-
1) Moggaasa maqaa waldaa daldalaa kan Waajjiraalee Daldala irraa kenname
dhiyaachuu qaba.
2) Barreeffama hundeeffamaa fi dambii ittiin bulmaataa koppii sadiin dhiyaachuu
qaba.
3)Waraqaa eenyummaa miseensota waldichaa haaromfame dhihaate
4) Namootni mallatteessan miseensa waldichaa ta’uu ykn aangoo qabaachuu qabu.
5) Miseensi waldichaa argamuu Fa'a Dabalata

20/12/2025

#ማሳሰቢያ


ለሁሉም የግል ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ያስተለፈውን መልዕክት ከፎቶው ታገኙ ዘንድ ፖስተናል።
Dhaabbilee Dhuunfaa Barnoota Olaanoo hunfaaf ministerri Barnootaa ergaa dabarse suuraan maxxansineerra.
Law Students Union

20/12/2025

Vacancy
Position: Lecturer
Comp: UNITY UNIVERSITY
Place of Work: A/A, Adama

Regist.due date: before December 30

Law Students Union

19/12/2025

#ማሳሰቢያ

ለሁሉም የግል ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት
ባሉበት
-------
ጉዳዩ፦ በ2018 ዓ/ም የተመዘገቡ አዲስ ተማሪዎችን ዝርዝር መረጃ እንድትልኩ ስለማሳሰብ ይሆናል፤
-----------------------------------------------------------------------------------------
የፌዴራል መንግስት አስፈፃሚ አካላት ስልጣን እና ተግባር ለመወሰን የወጣ አዋጅ 1263/2014 ዓ.ም እና የትምህርትና ስልጠና ባለስልጣን ለማቋቋም በሚኒስትሮች ምክርቤት በወጣ ደንብ ቁጥር 515/2014 ዓ.ም መሰረት በተሰጠው ስልጣን እና ተግባር የትምህርት ጥራትና አግባብነት ለማስጠበቅ እና ለመከታተል ያስችለው ዘንድ በመመሪያ 987/2016 ዓ.ም አንቀፅ 17 ንኡስ አንቀፅ 2 መሰረት አዲስ ተማሪዎችን ዝርዝር መረጃ ወቅቱን ጠብቆ ለባለስልጣኑ መላክ እንዳለባችሁ ተደንግጓል፡፡

በመሆኑም በተቋማችሁ ፈቃድ በተሰጣችሁ ትምህርት መስኮች፣ ትምህርት ደረጃ፣ መርሃ ግብር እና ካምፓስ በ2018 ዓ.ም የመዘገባቸውን አዲስ ተማሪዎች ብቻ ከዚህ በፊት በተላከው ቅጽ መሰረት ዝርዝር መረጃውን እስከ ታህሳስ 25/ 2018 ዓ.ም በሶፍት እና በሃርድ ኮፒ እንድትልኩ እናሳስባለን፡፡
ተ/ምንስቴር
Law Students Union

25/11/2025

‎Himatamaan Ragaa Argannoo Odiitii Abbaan Alangaa Gaafate yeroo jedhame keessatti osoo hin kennin hafuun Ajaja Abbaa Alangaa Raawwachuu didee Adabamee!

‎Himatamaan Abdii Mahammad Ibroo jedhamu yakka raawwachuuf itti yaadee gaafa guyyaa 13/1/2018 guyyaa irraa toora sa'aa 8:00 yommuu tahu Go/Ha/Bahaa bulchiinsa magaalaa Dadar Bulchiinsa Ganda 01 Waajjira Maallaqaa Aanaa Dadar keessatti Abbaa adeemsa Oditii tahe hojjachaa osoo jiruu ajaja Abbaan Alangaa Argannoo odiitii guutuu akka dhiyeessuuf ajaje yeroo jedhame keessatti dhiyeessu waan dideef jechuun eeruun irratti dhihaatee qorataan poolisii fi Abbaan Alangaa galmee irratti qulqulleessun erga mana murtiitti dhiheessan booda himatamaan dhaddacha irratti dhihaate yakka ittiin himatame jecha amantaa fi waakkii gaafatamee waan waakkateef Ragaa Abbaa Alangaa irratti dhagahamee Himatamaan Ragaa ittisaa dhiyeessuus waan irraa hin ittisiniif manne murtii galmee keessa qorachuun keewwatuma ittin himatame jalatti balleessaa erga taasiseen booda yaada adabbii bitaa mirgaa dhagahuun manni Murtiii dhaddacha gaafa 11/3/2018 oleen adabbii isaa Fi fakkataa akka isaa barsiisu adabbii Akeekkachiisa fi Adabbii Mallaqaa qarshii kuma afurin (4000) adabee jira.,Ajaja A/Alangaa kennu fi Ragaa Abbaan Alangaa gaafatuu yeroon deebii kennu dhabuun seeraan kan nama gaafachiisuu ta'uu beektanii yeroon akka raawwatan kan jedhu dhamsa keenya. Galatoomaa
Maddi kan Waajira Abbaa Alangaa Aanaa Magaalaa Dadari.
‎HAQAAN HAQAAF HOOJJANNA!!!

‎Kaayyoon keenya Hawaasa olaantummaa seeraatti amanuu fi dhaloota Seeraaf sirnaan bulu horachuudha!

Photos from Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Lixaa - West Hararghe Attorney's post 25/11/2025
Photos from Law Students Union 's post 25/11/2025


✏️ Bulchiinsa Magaaloota Naannoo Oromiyaa keessa jiran maraaf kan tajaajiluudha.
✏️ Sirna kaffaltii Magaalootaa haala ifaa ta'een adda babaasee sanada qophaa'edha.
✏️ kaffaltii Baaxiif Gooroo dabalatee kaffaltiiwwan magaalonni tajaajila adda addaa irratti raawwachiisan qindeessee sanada qabatedha.

#

25/11/2025

# komii qulqulleessaa hundeessuu
Bu'uura labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk.215/2011 keewwata 76 jalatti tumamee jirutti
Manni hojii mootummaa kamiyyuu komii Hojjetoota mootummaa irraa dhiyaatu simachuun qulqulleessee yaada murtii hogganaa olaanaa mana hojichaatiif dhiyeessu koree komii qulqulleessaa hundeessuu qaba jechuun ifaan tumee jira.
Hojii koree komii qulqulleessaa:- labsii 215/2011 kewt.77
■ Koreen komii qulqulleessaa komiiwwan itti aanan waliin wal qabatee hojjetaan mootummaa dhiyeessu qulqulleessee yaada murtee dhiyeessuuf itti gaafatamummaa qaba.
1, Hiikkaa seerotaa fi qajeelfamoota yookiin raawwii
2, Haala eegumsa mirgootaa faayidaalee
3, Haalawwan fayyummaa fi nageenyaa naannoo hojii
4, Kenninsa sadarkaa fi ramaddii hojii
5, Madaallii raawwii hojii
6, Dhiibbaawwan seeraan ala itti gaafatamaa hojiitiin raawwataman
7, Bu'uura labsii kana keewwata 69(1) (a_ c)tiin ilaallamaniin tarkaanfiiwwan naamusaa fudhataman
8, Dhimmoota biroo haalawwan hojii ilaallatan.

16/11/2025

With Elias Kasa Ta – We are on a streak! We've been a top fan for 11 months in a row. 🎉
Law Students Union

14/11/2025

''Hojjachiisaan hojjetaa iddoodhaa gara iddoo birootti jijjiiree hojjechiisuuf aangoo kan qabu ta'us aangoon kun daangaa qaba,jijjiirraa iddoo hojii harka wayaa jalaan akka hojjetaa hojii irraa gaggeessutti fayyadamuu yookiin deemi ittiin hin jedhin akka deemu taasisi kan jedhamu sun (Constructive dismissal) gocha seeraan alaati" jechuun Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakk.Galmee 238246 fi 240987 ta'an irratti Labsii Lakk.1156/2011 waliin wal qabsiisuun hiikoo dirqisiisaa kenneera.

Law Students Union

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

At Any Address Students Resides
Addis Ababa
1747