Tasfaayee malkaa warra Tulamaa 430 ;

Tasfaayee malkaa warra Tulamaa  430 ;

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tasfaayee malkaa warra Tulamaa 430 ;, College & University, Addis Ababa.

Photos from Tasfaayee malkaa warra Tulamaa  430 ;'s post 07/09/2025

‎Tokkoo Yoo sirbee gammaduu
‎Dheechisee buraqee
‎Yoo Harmeen dhigaa bosuu
‎Rabbii qubaa qabaree

‎Kamtuu kamif dinaa
‎Kamtuu kamif dhigaa
‎Gargara waalalee nutoo
‎Hunduu Waal hadheefatee
‎Waalitin kataa hebboo

‎Ergaa qomoon qomoon ganee
‎Waalittii garagalchee dugdaa
‎Ergaa harkii harkaa muree
‎Waaliitti tahee dinaa

‎Baraa Bineensii bosonaa
‎Bo'ee Waal Awaaluu
‎Baraa dhalii namaa
‎Nasuu Waalif dhabee
‎Qalee Waal Awaaluu


‎Hunduu sumii batee
‎Akkaa bofaa Waal hidaa
‎Namni namumaa gatee
‎Binneesnii Waalif dhigaa

‎Ossoo nuu waali galee
‎Ofitttii qabnee qomoo
‎Alagaan maaf nuu nyaatii
‎Akkaa hoolaa nu qaltee

‎Nutoo Waalif dhabee
‎Tasaa Waalif nasuu
‎Ormii maal yaa godhuu
‎Harkumaa keenyatuu
‎qalee Waal Awwaale

Photos from Tasfaayee malkaa warra Tulamaa  430 ;'s post 01/11/2024

Guyyaa barreedduu follow godhaa

27/09/2024

Oromtichaa Of barree

Photos from Tasfaayee malkaa warra Tulamaa  430 ;'s post 14/08/2024

Hojittii jirraa Follow tolchaa

09/07/2024

# goota Gafaa roroo*

Gootaa Gafaa rooroo
falmaa Dhala Nama
olmaa Attii nuuf oltee
dacheef samituu raga ba'aa
Kabajaa guddaatuu sif malaa
sifi hin maluu haccee koo
Dukkaanaa da'eefateeni
sii nyaataa haccee koo

Ergaa duubbiin Akkas tate
Bari turee ergaa demtee
dhukkubsachatuu jirraanee
Yoom gaddaa keef gadi Cifnee
Akkami mee yaa haccee koo
ergaa didee too faggatee
nuu du'aa kees hin Abjoonee
Akkaa Carraf Gargaraa banee

Gooni dhugaadhaaf jirrataa
Gadheen immoo garumafii
oromiyaa gootaa deessee
Itophiyaan Gootaa nyaatee

Gooni seenaa satu Gootaa
Beekki umuri saa gababduu
Akkaa raabbiif Har'aa geenyee
nuu duguguf sanyumaanuu
waarrii Argaa keenyaa fenee

Guyyaa Guyyaan numa bonyaa
Gumaa kaan kee irraa tanyee
Salphinaa keenyaa dhaggeessee
Gumaa kaan kee ittii waalalee
harkii hunduu bar xuriidhaa
Inii Haccee koo Ajjeessee
faggoo mittii bar dhihodhaa

Nagatii haccee koo
Haccee Gafaa roroo
sii egaan Har'aalee
sii eganaa haccee koo
dhufatin kee faggodhaa
moo Achumaa Aftaa haccee
sabni kee Abdii kunee
karaa egnaa haccee koo

💔💔💔😭😭

20/04/2024

Eyyeen jirraa

18/11/2023

Falmataa mirgaa namomaa

31/01/2023

Akkamin dubbiin jaraa kana

16/12/2022

Today's best photo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤







Photos from Tasfaayee malkaa warra Tulamaa  430 ;'s post 07/12/2022

Bishoftu right now

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa
BURAYUU