05/02/2026
Leenjifamtoota ykn Ogeeyyii madaallii gahumsa ogummaa madaalamuu barbaaddan hundaaf:
👇
Bakki galmee: Magaalaa Naqamtee, Marfata 1ffaa fi 2ffaa gidduu, gamoo "Qiddus Mikaa'elaa" fuula dura!
29/11/2023
Baga gammaddan baga gammanne isiniin jedha Kolleejjiin Sabaansii!
Kolleejjiin Saba-aansii kanaan dura ogummaa fayyaa; Pharmacy fi Nursing gulantaa (level) III hanga IV tti beekamtii guutuun barnoota qulqullina qabu kennaa jiraachuun isaa ni beekama.
Yeroo ammaa kana immoo gosa barnootaa Accounting and Finance gulantaa II hanga IV fi hardware ware and Networking service gulantaa I hanga IV tti beekamtii guutuu argatee barnoota kennuuf galmee irraa jiraachuu keenya gammachuun ibsaa barattootni gosa barnootaa kana barachuuf fedha qabdan gara Kolleejjii Sabaansii dhufuun akka galmooftan kabajaan isin beeksisna.
Teessoo: Magaalaa Naqamtee Ganda 03 Daandii gara Waajjira Barnootaa geessu,Kilinika Giddu galeessaa Afrikaa fuula duratti argamna.
Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilbilaa 0576-60-83-00 akkasumas page Sabansi College seenuun argaachuu dandeessu.
Kolleejjii Sabaansii qulqullina barnootaa irratti kan xiyyeeffate.