07/11/2021
#Concert tumsa #WBO❤🌳biyya jarman waraana Bilisummaa oromoo ❤🌳❤
In oromo
07/11/2021
#Concert tumsa #WBO❤🌳biyya jarman waraana Bilisummaa oromoo ❤🌳❤
16/10/2021
Uummata keenya Giddaa Kiraamuutti miidhamaniifi qe'eesaaniirraa buqqa'an gargaaruuf herregni baankii banamee jira. CBE: 1000 4367 99806
Maqaan ittiin baname
1. Prof. Qixxeessaa Hundarraa
2. Dr. Alimaa Jibril
3. Dr. Tafarraa Fayisaa
4. Obbo Yaadannoo Hundarraa
Waan dandeenyu haa gumaachinu!
Share godhi!
26/09/2021