Wondmagegn Udessa Bidire

Wondmagegn Udessa Bidire Preacher ✝️ | Teacher 📖 | Trainer 🎓 | Moderator 🎤 | Mentor 🤝 Welcome dear my friend! I thank you for visiting and liking my page.

I am here to love, inspire, to motivate, to encourage and to equip you, & serve God's purpose.

Abbaa Gadaa duraanii (Baatuu), Jiloo Maandhoo, woliin waa’ee jaalala Waaqaa karaa Yesuus Kiristoos nuuf mul’atee, Inni c...
18/08/2026

Abbaa Gadaa duraanii (Baatuu), Jiloo Maandhoo, woliin waa’ee jaalala Waaqaa karaa Yesuus Kiristoos nuuf mul’atee, Inni cubbuu keenya irraa nu fayyisiisaaf akka dhufe, akkasumas namni Isatti amanu qofaan jireenya bara baraa akka argatu kaaseefii woliin haasayiisaaf yeroo gabaabduu argachuu kiyyaaf Waaqa galateeffadha.
Waaqni isaan haa eebbisu; karaa dhugaa fi jireenya barabaraatti akka isaan qajeelchuufis Waaqa haa kadhannuuf.
Badhaadhii fi nageenni Gooftaa Yesuus isiniif haa baay’atu! Nuuf jiraadhaa. 🙏✝️

''Yesuus deebisee,

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
18/08/2026

EECMY Children Ministry - MY Sunday School

Baga Kabaja Ayyaana Ijoollee Bara 2018n Isin Gahe!
Ayyaannii fi nagaan Gooftaa isiniif haa baay'atuu!
***Waldaan Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa ergamni ishee Wangeela hundagaleessa nama hundagaleessaaf, biyya keessaa fi biyya alaattis labsuudha. Waldattiiin hundeeffamtee tajaajila kennuu yeroo jalqabde irraa kaasee tajaajila hundagaleessa isheetiin miiliyoonotaaf eebba taatee jirti, ta'uuttis argamti. Tajaajilli hojii misiyoonii Wangeelaa tajaajila ishee keessaa tokko osoo hin ta'in eenyummaa isheeti. Ergamaa fi mul'ata hundagaleessa waldattii kana immoo abdii borii kan ta’an ijoolleen keenya ijoollummaa isaaniirraa kaasanii sirriitti hubatanii, jireenyaa fi tajaajila isaaniitiin jirjiiramanii, firii qabeessaa fi milkaa’oo akka taa'aniif, bifa hundagaleessaan ijaaranii guddisuun hojii xiyyeeffannaa guddaa barbaaduudha. Ergamaa fi mul'ata waldattii kanas bifa qindaa'aadhaan galmaan gahuudhaa fi ijoollee keenya bifa hundagaleessaan ijaaruu irratti kan xiyyeeffate, paakeejiin hundagaleessi qophaa'ee irratti hojjatamaa jiraachuun isaa nibeekama. Kaayoon isaas, ijoolleen keenya bifa hundagaleessaan ijaaramanii, jireenyaa fi tajaajila isaaniitiin soogidda lafaa fi ifa biyya lafaa ta'anii akka guddataniifidha.
Kanuma xiyyeeffannoo keessa galchuudhaan, akkaataa kaalandarii waldaan Kiristaanaa keenyaatiin, Hagayya 17, 2018ALI kabajamee kan oolu ayyaanni ijoollee, Wiixata/Dafinoo Hagayya 11 irraa kaasee torbaan guutuu, Sagalee Waaqayyoo keessaa Fakkeenya 22:6 “Akka itti jiraachuun ta'u mucaa barsiisi! Innis yommuu dulloomu iyyuu irraa hin kaatu/irraa hin goru.'' isa jedhu ka’umsa tolfachuudhaan Mata duree “Maatii Jabaa, Dhaloota Milkaa’aa” jedhuun akka kabajamuuf isin beeksisuu jaalanna.

Akkaataa kallattii kanaan dura xalayaadhaan isiniif kennameen, guyyoota torbaanichaatti, akkaataa galfata haala naannoo keessaniitiin mata duree kenname irratti sagantootni akka adeemsifaman, maatii jabaa horachuu, akkasumas ijoolleen keenya jireenyaa fi tajaajila milkaa’aa akka qabaataniif barnootni isaan gargaaru akka kennamuuf isin yaadachiisna.
Kanaafuu, gaggeessitootnii fi qindeessitootni tajaajila ijoollee Waldaa Kiristaanaa keenyaa hundumtuu torbaan ayyaana ijoollee kun akkaataa asii olitti ibsameen bareedee akka kabajamuuf, sagantootni hundumtuu mata duree kenname giddu gala tolfachuudhaan akka dhiyaataniif akka qindeessitan jaalala Gooftaatiin isin yaadachiisuu jaalanna.
Waaqayyo Gooftaan tajaajila keenya guddisee haa eebbisu.

Wondimmaagany Uddeessaa (Luba)
Daarektara Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
EECMY Children Ministry - MY Sunday School
EECMY Youth Ministry

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
18/08/2026

EECMY Children Ministry - MY Sunday School

እንኳን ለ2018ዓ.ም የልጆች በዓል አደረሳችሁ!
*** የጌታ ጸጋና ሰላም ይብዛላችሁ!
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ተልዕኮዋ ሁለንተናዊ ወንጌልን ለሁለተናዊ ሰው በኢትዮጵያ እና ከኢትዮጵያ ውጭ ሁሉ ማወጅ ነው። ቤተክርስቲያኒቱ ተመስርታ አገልግሎት መስጠት ከጀመረችበት ጊዜ አንስቶ በሁለንተናዊ አገልግሎቶቿ ለሚልዮኖች በረከት ሆናለች፡ እየሆነችም ትገኛለች፡፡ የወንጌል ሚስዮን አገልግሎት ከአገልግሎቶቿ አንዱ ሳይሆን ዋና ማንነቷ ነው፡፡ ይሄን የቤተክርስቲያናችንን ሁለንተናዊ አገልግሎት ተልዕኮ እና ራዕይ የነገ ተተኪ ፍሬ የሆኑት ልጆቻችን በሚገባ ተረድተው ፤ በህይወታቸው እና አገልግሎታቸው ተለውጠው ስኬታማ እና ፍሬያማ እንዲሆኑ በሁለንተናዊ መልኩ ቀርጾ ማሳደግ ትኩረት የሚፈልግ ብርቱ ሥራ ነው፡፡ ይሄንንም የቤተክርስቲያኒቱን ራዕይ እና ተልዕኮ በተቀናጀ መልኩ ከግብ ለማድረስ እና ልጆቻችንን በሁለንተናዊ መልኩ በመቅረጽ ላይ ትኩረት ያደረገ የሁለንተናዊ አገልግሎት ፓኬጅ ተቀርጾ እየተሰራበት መሆኑ ይታወቃል፡፡ ዓላማውም ልጆቻችን በሁለንተናዊ አገልግሎት ታንጸው፤ በህይወታቸው እና አገልግሎታቸው የምድር ጨው እና የዓለም ብርሃን ሆነው እንዲያድጉ ነው፡፡
ይህንንም ታሳቢ በማድርግ በቤተክርስቲያናችን ካሌንደር መሰረት በነሐሴ 17, 2018 ዓ.ም (August 23, 2026) ተከብሮ የሚውለው የልጆች በዓል፤ ከሰኞ ነሐሴ 11 ጀምሮ ሳምንቱን በሙሉ ከእግዚአብሔር ቃል ምሳ. 22፡6 ላይ ፤ “ልጅን በሚሄድበት መንገድ ምራው፥ በሸመገለም ጊዜ ከእርሱ ፈቀቅ አይልም ” የሚለውን የእግዚአብሔርን ቃል መነሻ በማድረግ ‘ጠንካራ ቤተሰብ፤ ስኬታማ ትውልድ‘ በሚል ርዕስ:
መሰረት እንዲከበር ልናሳውቃችሁ እንወዳለን፡፡

ከዚህ በፊት በደብዳቤ በተገለጸላችሁ የበዓሉ አከባበር ዝርዝር አቅጣጫ መሰረት በሳምንቱ ቀናት በሙሉ እንደየ አካባቢያችሁ አውድ በተሰጠው ርዕስ ዙርያ ፕሮግራሞቹ እንዲካሄዱ ፤ ለቤተሰብ ጠንካራ መሰረት የሚሆን እና ልጆቻችን በህይወታቸው እና አገልግሎታቸው ስኬታማ እንዲሆኑ የሚረዳ ትምህርት እንዲሰጥ እናሳስባለን፡፡

ስለዚህ፡ የቤተ ክርስቲያናችን የልጆች አገልግሎት መሪዎች እና አስተባባሪዎች፡ በዓሉ በዚህ መልኩ አምሮና ድምቆ እንዲከበር፡ ሁሉም ፕሮግራሞች በተሰጠው ርዕስ ዙርያ ተቃኝተው እንዲቀርቡ እንድታስተባብሩ በጌታ ፍቅር ልናሳስባችሁ እንወዳለን፡፡
ጌታ እግዚአብሔር አገልግሎታችንን አብዝቶ ይባርክ!

ወንድማገኝ ኡዴሣ (ቄስ)
የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
EECMY Children Ministry - MY Sunday School
EECMY Youth Ministry

Thank You,  ! 🙏❤️***My heartfelt gratitude to the EECMY North Area Work leaders, Mekelle Congregation leaders, and Opera...
17/08/2026

Thank You, ! 🙏❤️
***My heartfelt gratitude to the EECMY North Area Work leaders, Mekelle Congregation leaders, and Operation Rescue Child Care Community Project leaders for your warm hospitality, wonderful fellowship, and partnership in ministry.
Thank you for welcoming us, serving with us, and making our time in Mekelle truly meaningful and memorable. It was a great joy to visit, worship, learn, and fellowship together.
May the Lord richly bless you, strengthen your ministries, and continue to use you for His glory and the transformation of communities.
Thank you, Mekelle! Until we meet again! 🙏❤️

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
17/08/2026

EECMY Children Ministry - MY Sunday School

EECMY Children's Week-
August 17-23/2026

👉Leading Verse: ''Train children in the right way, and when old, they will not stray.'' Prov. 22:6
👉Theme: 'Strong Family: Successful Generation'
👉In all congregations of the EECMY

EECMY Children Ministry - MY Sunday School EECMY Youth Ministry
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
https://t.me/MYSundaySchool

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
17/08/2026

EECMY Children Ministry - MY Sunday School

Kabaja Torbaan Ayyaana Ijoollee WWWMakaana Yesuus Itoophiyaa
Hagayya 11-17, 2018ALI

👉Luqqisii Duree: ''Akka itti jiraachuun ta'u mucaa barsiisi! Innis yommuu dulloomu iyyuu irraa hin kaatu/goru.'' Fakk. 22:6

👉Mata Duree: 'Maatii Jabaa : Dhaloota Milkaa'aa'

👉Waldaa Amantootaa Hundumaatti

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
EECMY Youth Ministry
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
https://t.me/MYSundaySchool

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
17/08/2026

EECMY Children Ministry - MY Sunday School

የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች በዓል ሳምንት: ነሐሴ 11-17/2018ዓ.ም

መሪ ጥቅስ: ''ልጅን በሚሄድበት መንገድ ምራው፥ በሸመገለም ጊዜ ከእርሱ ፈቀቅ አይልም።'' ምሳሌ 22:6

ርዕስ: ''ጠንካራ ቤተሰብ: ስኬታማ ትውልድ''

በሁሉም ማ/ምዕመናናት

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
EECMY Youth Ministry
https://t.me/MYSundaySchool
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus

Visiting the Emperor Yohannes IV Palace and the Tigray Martyrs Memorial in Mekelle***Remembering the Past, Praying for P...
17/08/2026

Visiting the Emperor Yohannes IV Palace and the Tigray Martyrs Memorial in Mekelle
***Remembering the Past, Praying for Peace, Choosing Hope 🙏
Visiting the Emperor Yohannes IV Palace and the Tigray Martyrs Memorial in Mekelle was a deeply meaningful experience.

Standing in these historic places reminded me of the sacrifices of generations past and the value of remembering our history with humility and respect. Such places invite us not only to remember those who came before us, but also to reflect on the kind of future we want to build for the next generation.

May we always choose peace over conflict, reconciliation over division, dialogue over violence, and hope over despair.

“Blessed are the peacemakers, for they shall be called children of God.” — Matthew 5:9

May the memory of the past inspire us to build a future where our children and youth can grow in peace, dignity, unity, and hope. 🙏🇪🇹
Special thanks to the leaders and colleagues who facilitated this meaningful visit. 🙏

ኵልሻዕ ብጐይታ ተሓጐሱ: ብሓደኳ ኣይትጨነቑ***EECMY-NAW   Congregation ''ኵልሻዕ ብጐይታ ተሓጐሱ፤ ደጊመ ተሓጐሱ እብል ኣለኹ። ልውህናኹም ኣብ ኵሉ ሰብ ይፈለጥ፤ ጐይታ ቐረባ...
14/08/2026

ኵልሻዕ ብጐይታ ተሓጐሱ: ብሓደኳ ኣይትጨነቑ
***EECMY-NAW Congregation
''ኵልሻዕ ብጐይታ ተሓጐሱ፤ ደጊመ ተሓጐሱ እብል ኣለኹ። ልውህናኹም ኣብ ኵሉ ሰብ ይፈለጥ፤ ጐይታ ቐረባ እዩ።
ንዅሉ ነገር፥ ብፀሎትን ልመናን ምስ ምስጋና ድልየትኩም ንእግዚኣብሄር ኣቕርቡ እምበር፥ ብሓደኳ ኣይትጨነቑ። እቲ ኻብ ኵሉ ምስትውዓል ንላዕሊ ዝኾነ፥ ሰላም እግዚኣብሄር ድማ፥ ንልብኹምን ሓሳብኩምን፥ ብክርስቶስ ኢየሱስ ክሕልዎ እዩ።"
ፊልጵስዩስ 4:4-7

***
''ሁልጊዜ በጌታ ደስ ይበላችሁ፤ ደግሜ እላለሁ፥ ደስ ይበላችሁ።
ገርነታችሁ ለሰው ሁሉ ይታወቅ።ጌታ ቅርብ ነው። በነገር ሁሉ በጸሎትና በምልጃ ከምስጋና ጋር በእግዚአብሔር ዘንድ ልመናችሁን አስታውቁ እንጂ በአንዳች አትጨነቁ።
አእምሮንም ሁሉ የሚያልፍ የእግዚአብሔር ሰላም ልባችሁንና አሳባችሁን በክርስቶስ ኢየሱስ ይጠብቃል።'' ፊልጵ.4:4-7

North Area Work, Mekelle Congregation

''...jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te'ee, karaa maraan guddanna.'' Efe. 4:15 (Kitaaba Woyyicha)''......
13/08/2026

''...jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te'ee, karaa maraan guddanna.'' Efe. 4:15 (Kitaaba Woyyicha)
''...እውነትን በፍቅር እየያዝን በነገር ሁሉ ወደ እርሱ ራስ ወደሚሆን ወደ ክርስቶስ እንደግ።'' ኤፌ.4:15

Address

Addis Ababa

Telephone

+251913710868

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wondmagegn Udessa Bidire posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Wondmagegn Udessa Bidire:

Shortcuts

Share

Category