18/08/2025
.
๐Ani deeggaraa Cheelsiiti. Na dhiisaa 'Chaabii Siimoonsi.
โ๏ธ Kilaba Landan Cheelsii malee mallatteessuu hin barbaadu (ESPN) tu fuudhee bahuun namuu haa dhagahuun balballoomse. Oh Cheellaa
โ๏ธMootora sarara gidduu, gargaaraa taphataa sarara fuulduraa kan tahe Chaabii Ku'eentii Shaay Siimoonsi gaafii Maanchistar Siitii fi Baayermiyuunik dhiyeessan kuffise.
โ๏ธArsenaal Iizeen Tohootinaam Hospar filachuutti dardara ganna 22 Chaabii Siimoonsi fudhachuuf jalqaba taphaticha fedhii gaafatus deebii dhabuutti dhiise.
โ๏ธCheelsiin jijjiirraa Kiristoofer Nukuunkuu gara Baayermiyuunik xumuruun Chaabii Siimoonsi fudhachuuf erguuf sochiirra jira . Dhimma yeroo qofa jedhamaara.
โ๏ธIddoo taphattoota idileen hirmaatan teessoo irras dandeettii walfakkaataa kan qaban fudhachuun yaaddoo jalaa bilisa tahuuf gargaara.
๐Cheellaa 'Hangmaan' maaliif akkatti taphattootaf kilaba jaalatamaaf qaalii tahe?
.
๐Pride of London Chelsea
โฝThe Beautiful Game
.