23/09/2021
Bilisuma Defar
Ambo
23/09/2021
05/09/2021
Isa keessa beekuuf silaa lolli tapha ❗
21/08/2021
"Deesseen dasee taate
Magariituun biyyee
Dirree itti wal ariitu
Fardeenni maariyyee
Keessa qaxxaamurree
Dalantaa darbina
Kamisetti buunee
Sidaamee sirbina.‼️"
20/08/2021
"Foon foon irraa cinnaan, Soora allaattii ta'uun battala.‼️"
Oromummaa
Akka baraa malee silaa dubbiin akka Garaa hin taatu!
Jireenya keessatti waanti hunduu hiree rabbii akka taate hin dagaatiin🤪
Waan akka tulluu sitti fakkaate, Abdiidhumaan dhiibi battala kufa‼️
Nama si jaallatutti boonuun gowwummaadha.❗
Waan hunda caaalaa kaayyoo fi karoora ofii beekanii, waan gara fuulduratti dhufu immoo itti yaadaa deemuun, Waan baay'ee barbaachisaa natti fakkaata. Dadhabiin ofii bu'aa ofiiti.
Gandummaa fi Anummaan diina keenya‼️
Of beekuun waan hundumaa caalaa baay'ee barbaachisa. Kanaafuu dhaloota of beekuu haa ta'u. Like godhi
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
MIDA