Gospel follower Belachew Temesgen

Gospel follower Belachew Temesgen

Share

To preach gospel of jesus and he's righteousness

02/10/2021
18/08/2021

Dhugaa jedhee Yoon waamu keessa koottii kan owwaatu dhooqa fakkiif dhama'uu keessaa butee kan na baase sittan hima na dhaggeffadhu

Waanan barreessuuf jedhu kana atis ni beekta, ani garuu raajeffanno koorraan dhugaa baha.
Hammumaan ani fannoo kristoositti siikfachaa dhufeen kiiloogramin jireenya koo sasalphachaa dhufee. Harki kristoos ba'aa jireenyaa koo fuudheetu bilisummaa jireenyaa fi aduu haaraan arge .
Ilmi namaaJireenya lafaarra kanatti ba'aa ulfaataa ofirratti kaa'ee dugdaa cabee gammachuu dhugaa waliin gamaaf gamana oola.
Harki kristoos garuu ba'aa hundatti nu furuuf nutti dhiyoo jira, isatti obbafachuuf sammunkee haa ifu malee.
Jireenya kee harkakeen yaallachuuniifii kristoositti kennachuun filannoo keeti, qalama tokkoon namni lama altakkaatti barreessuu hin danda'u tokko tokkof dhiisuun beekamaadha.
Ergan ba'aa jireenyaa irraa obbafadhee ijjikoo addunyaa arge!
Dhaga'i haadhooko gooftankee sitti dhiyoo jira, ofiikeef rifeensa mataa keellee gababsuu ykn dheeressuu akka hin dandeenye beeki kanaaf abbasaatti gatiiti koottu waliin bilisoomnee mootummaa waaqayyoo eegganna!!

SHARE GODHI HIRIYYOOTAKOO BIRA NAAF HAA GAHU

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

West Showa Bako
Addis Ababa
GOD