مركز المحبة لتعليم القرءان والسنة Markazul Mahabbaa

مركز المحبة لتعليم القرءان والسنة Markazul Mahabbaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from مركز المحبة لتعليم القرءان والسنة Markazul Mahabbaa, Education Website, Jemo 3, Addis Ababa.

Baga nagayaan gara
Markazul Mahabbaa dhuftan,
Linki WhatsApp ⤵️
https://chat.whatsapp.com/HzvESIz7MmXJfLL7SqtCnj
Linki TikTok ⤵️
https://www.tiktok.com/@markazul_mahabbaa?_t=8rMTeLKyE7E&_r=1

05/06/2026

Viidiyoon kun yoo isin qaqqabe godhaa ❤️
إذا وصلك هذا المقطع فنشره ❤️

04/06/2026

Markazul Mahabbaa keessatti walitti qabamnee keeyrii dalagachaa jirru cufaa rahmaan nurraa haa jaalatu 🤲
Aamiin Jedhaa 🤲

04/06/2026

Barattuu tiyya, Maqaan isii Ayyaantuu jedhamti umuriin isii amata 13 fageenyarraa Obboleyyan isii wajjiin Qur'aana Qara'aa jirti,
Amma Juz'ii Afuriif cinaa geessee Qaaidatunnuuraaniyyaa, yeroo Afraffaaf irra deebi'aa jirti,

Haalli * 'aa* isiillee baay'ee nama gammachiisa Alhamdulillaahi,

Yeroo dhihootti maatii isii wajjin ta'uun sagantaa Du'aaii, sagantaa adda ta'e qopheessuu hennaaf inshaa allaahu ta'aala ☝️

Maarree sagantaa kana irratti akka isin affeeruu hedullee gamanumaan isin beeksisuu barbaada, Barattoonni tiyya Barattoonni Markazul Mahabbaa ❤️
Akkasuma Ustaazotaa Keenya,

Photos from ‎مركز المحبة لتعليم القرءان والسنة Markazul Mahabbaa‎'s post 03/06/2026

Alhamdulillaahi ♥️ 🥰
التاريخ لا ينسى
Seenaan hin dagatamu,

Suuraawwan kunniin anaaf seenaa bareedduu dabarse na yaadachiisa,

Waggaa 3 dura Sababa Networkiin mana keessatti nan hojjenneef ala taa'ee barattoota muslimaa karaa *online_tiin* qur'ana barsiisaa ture,

Taarika Kana yeroo yaadadhu gammachuutu natti dhagahama,

Kana caalaa Beektonni islaamaa duraan diinii kana nuun ga'uuf hedduu dadhabaniiru rabbi isaan irraa haa jaallatu,

Kan jiran rabbi umurii isaanii nuuf haa dheeressu kan Aakhiraman rabbi rahmata isaaniif haa godhu, 🤲
Akhukum Nur Amin Musa

01/06/2026

Maashaa Allaah, ♥️
Barataa kiyya kan umriin xiqqaadha,

Waan na gammachiisu irraa
👉 hoggaa inni ustaaz Assalamu alekum naan jedhu, Ee Gammachuu tiyyaa 😇
Rabbi barakaa isaaf haa godhu 🤲
Bakkaan isa haa gayu 🤲
Obboleyyan isaa wajjin 🤲

Suuraan ta'isaatii miti sagalema irratti hidhe malee

Photos from ‎مركز المحبة لتعليم القرءان والسنة Markazul Mahabbaa‎'s post 27/05/2026

كل عام وانتم بخير

22/05/2026

'aan guyyaa guyyoolee hunda Caaludha,

Akkasuma Guyyoota Kurnan Zul-hijjaa Qaqqaalii keessa jirra, Guyyoota kanatti akka gaaritti fayyadamuu qabna Hujii gaggaarii hojjechuun, Dabarsuu Qabna
Rabbi nu haa waffaqu 🤲

Sabaahal_kheyr 🪻🌹ጁምዓ ሙባረክ 🥰♥️

22/05/2026

أحيوا سنة التكبير 🌧️

الله أكبر، الله أكبر، لا إله إلا الله،
الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد.

قال رسول الله ﷺ: (ما أهَلّ مُهِلُّ قطُّ إلا بُشِّر، ولا كبَّرَ مُكبّرٌ قطُّ إلّا بُشِّر)، قيل يَا رسُول الله: بالجنة؟ قال: (نعم).

كبِّروا ليبلغ تكبيركم عنان السَّماء
كبِّروا فإنَّ اللّٰهَ عظيمٌ يستحقُ الثناء!

22/05/2026

Walaloo Aruusaa 💍♥️🌺
Barattuu Markazul Mahabbaa
Nai'iimaa Qaasimiin 🥰

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Jemo 3
Addis Ababa
1000