22/08/2023
๐ Oduu Gammachiisaa!
๐ Al Nejashi Online Quran Academy waliin imala beekumsa Qur'aanaa eegaluuf haa qophoofnu! ๐๐
๐ Addunyaa kanarra bakka jirtanitti amma mana keessanitti Qur'aana barachuu dandeessu. ๐
๐ โจ Al Nejashi Academy bareedinaa Qur'aanaa fi ogummaa Qur'aanaa kallattiin gara iskiriinii keessaniitti fiduuf hunduu qophii is rawwatee isiin eegutti jira.๐ โจ
๐ Ustaazoota fi hayyoota muuxannoo qabaniin qajeelfamuun barnoota Qur'aana barachuuf nu waliin ta'aa .
๐ง ๐ซโจ Gad fageenya Ilmii Qur'aana waliin haa dhandhamnu!
๐ Hubannoo Qur'aana irratti qabdan gabbisuuf carraa ajaa'ibaa kana hin darbinaa. ๐๐
๐ Waa'ee eebba keenyaa jalqaba beekuuf page keenya like, follow, share gochuun! Hawaasa barnoota Qur'aanaaf quuqama qaban haa ijaarru. ๐๐
๐ Waa'ee keenya beekuuf kara marsariitii www.alnejashionlinequranacademy.com ykn page keenya like, follow, share gochuun hawaasa barnoota Qur'aanaaf quuqama qaban haa ijaarru. ๐๐
๐๐๐๐odeeffannoo dabalataaf nu eegaa๐๐๐๐๐๐
๐๐ Elevate Your Quranic Knowledge with Us! ๐๐Assalamu Aleykum, dear muslim brothers and sisters! ๐โจ
๐ Join our Journey: AL Nejashi Online Quran AcademyStay tuned for exciting updates on our upcoming courses and registration details. Get ready to embark on a journey of understanding, growth, and spiritual enrichment. Let's make this journey even more rewarding โ share this opportunity with your friends and family! Together, we'll create a community that thrives in Quranic excellence.Your support matters. Click "Join," share the word by forwarding this message, and let's collectively illuminate hearts and minds with the beauty of the Quran. Stay connected, and let's experience this enlightening Quranic journey together. ๐๐