Taaddee Sanyii Amboo

Taaddee Sanyii Amboo

Share

Waa'ee Keenya ( Gola Oromoo fi Oromiyaa)

Photos from Taaddee Sanyii Amboo's post 05/12/2025

Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama akkasumas birrii 5,000 akka adabaman murteessera.
Oduu guutuu asiin argattu.
Oromia Prosperity Party / OPP / Taaddee Sanyii Amboo Oromia Communication Bureau Oromia Media Network Etv Afaan Oromoo

05/12/2025

SIRRIIDHAAN SIRRII; DOGOGGORAAN DOGOGGORA JECHUU HAA BARRU!

❏ Waan sirrii jabeeffachuu fi kan sirrii hin taane sirreeffachuu malee walitti qabanii harka reebuufiin nama hin siqsu. Nama waan dogoggoraatti akka sirriitti hamilee namaaf kenne caalaa namni nama miidhe jira natti hin fakkaatu. Namni akkanaa akka hin barre nama godha; dogoggoras hundeen dagaagsa. Sirriin sirrii jedhee, dogoggorattis quba qabee kan namatti himu qajeelchaadha. Kanatu nu barbaachisas.

⩩ Waan amaleeffanne tokko qabna. Nama sirrummaa keenya nutti himu olkaafna; kan nu jajes ni jajna! Nama mudaa keenya nutti agarsiisu immoo ni balaaleffanna.

⩩ Sababa malee olkaasuu fi gadi buusuu! Kana sammuutti qabanneetu yaada barbaachaaf waa qabannee gara nama biraa deemna. Ajaa'iba! Durayyuu sirrummaa keenya qofaa dhagahuu feenaa, maaliif gara nama biraa deemnee nama biraa qorra? Ani beekaa!

⩩ Dhumni shaakala akkanaa komii fi hamii ta'a. "Abaluun hojii koo gadi buuse. Kana immoo sababa malee hin jenne, ana irraa dhimma dhuunfaa qaba. Maal narraa qabaa? Maaltu keessa isa galche? Na goomateetu... gufuu natti ta'uufi... Muu!" Jechaa gara komii fi maqaa balleessiitti deemna.

⩩ Namuma silaa gargaarsaaf itti dhiyaanneen maaltu isa galche jennee komanna. Ofuma keenyaa yaada gaafannee yaada balfina, ofuma keenyaa nama tuqnee nan tuqame jenna. Kana summichi! Summii guddina keenyaa!

⩩ Wantin jechuu barbaade ifaadha! Sirriidhaan sirrii, dogoggoraanis dogoggora jechuun fala. Hamma kana hin taanetti, kan dabe hin sirratu, muuxannoon barbaachisus hin argamu. Kanaaf falli, waan sirrachuu qabu sirreessuudha. Madaala sirrii fi kan dogoggoraa adda baasuutu furmaata. Gochaan kun, dogoggoraa fi sirrii adda baasee fudhatamummaa isa sirrii ol kaasa. Kanaafuu sirrachuufis ta'e sirreessuuf qophaa'aa haa taanu. Walitti qabnee jajuu fi dimshaashumatti gadi buusuu irraa of eeguu haa barru.

✪ Waan goonu hundumaa keessatti hubannaan haa mul'atu. Akkanaan egeree keenya, egeree dhalootaa haa faayannu. Egeree sirriin waanuma s

27/11/2025

Vote for African Public Sector Leader of the Year – Nominee: Debele Kabeta

Debele Kabeta, Commissioner of the Ethiopian Customs Commision, is a dedicated public sector reformer advancing major improvements in customs administration and trade facilitation across Ethiopia.

• He is driving efforts to modernize customs operations, strengthen revenue mobilization, and enhance service efficiency nationwide.

• Under his leadership, the Commission is prioritizing digital customs systems, improved border management, and institutional capacity building.

• He continues to champion transparency, compliance, and streamlined trade processes as core pillars of Ethiopia’s customs transformation agenda.

Support leadership committed to strengthening public institutions and improving trade efficiency — support Debele Kabeta.

🔗 VOTE NOW: https://www.africanleadershipmagazine.co.uk/african-leadership-magazine-persons-of-the-year-2026-nominees/

🗓 Voting ends: 30 November 2025

20/11/2025

mee hamma dhumaatti ilaali
Maramawit Abate Taaddee Sanyii Amboo Arara Tv World Wide Commercial Bank of Ethiopia Hani Ashenafi Birhanu Oromia Prosperity Party / OPP / Oromia Media Network Oromia Communication Bureau Oromia Bank Etv Afaan Oromoo

20/11/2025

The way of success
Arara Tv World Wide
Maramawit Abate Taaddee Sanyii Amboo Commercial Bank of Ethiopia Success Jr SUCCESS Magazine

Photos from Arara Tv World Wide's post 08/11/2024









Photos from Arara Tv World Wide's post 26/01/2023

'aa

Photos from Taaddee Sanyii Amboo's post 15/01/2023


Photos from Taaddee Sanyii Amboo's post 06/01/2023

/2023_Geessan
'EERA

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Awwaaroo
Addis Ababa
SANYIITADDEE