Mirga qubee afaan Oromoo

Mirga qubee afaan Oromoo We can solve any with this page

15/12/2024

Bulchiinsa magaalaa shaggar keessatti.

04/02/2024
Dubbiin kun dubbii badiiti.Ana balleessuuf,uummata Oromoo burjaajessuuf,jaarraa tokko dudduubatti deebisuuf,karoorfame.U...
01/02/2024

Dubbiin kun dubbii badiiti.Ana balleessuuf,uummata Oromoo burjaajessuuf,jaarraa tokko dudduubatti deebisuuf,karoorfame.Uummanni Oromoo ajandaa kana kuffisuu qabna.kufuu hin qabnu.Galatoomaa mirga qubee afaan Oromoof haa falminu!

'Sgantaa'Kollejjiin afaan Oromoo yoo akkanatti barreessu warra biroo maaf komannaa?
01/12/2023

'Sgantaa'Kollejjiin afaan Oromoo yoo akkanatti barreessu warra biroo maaf komannaa?

20/08/2023
Miidhaan ministeerri barnootaa ,biyya kanaa barattoota irraan gahaa jiru baballachaa deemaa jira.
25/09/2022

Miidhaan ministeerri barnootaa ,biyya kanaa barattoota irraan gahaa jiru baballachaa deemaa jira.

06/09/2022

Oduu dinqisiisaa!
Kongootti riqicha ijaarsi isaa xumurame,eebbisuuf utuu rivaanii kutaa jiranii riqichichi jige!

14/08/2022

Adurree vs saree

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Telephone

+251912110063

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mirga qubee afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category