๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ฉ๐š๐ ๐ž

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • ๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ฉ๐š๐ ๐ž

๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ฉ๐š๐ ๐ž Fonts for Android and iPhone - www.fontskeyboard.com

WAAMICHA LUBBUU BARAARUU.     Weellisaa Taaddasaa Qalbeessaa (Shuraa Gaadaa) yeroo ammaa kana dhibee Cimaa(DhibeeTiruun)...
09/05/2023

WAAMICHA LUBBUU BARAARUU.

Weellisaa Taaddasaa Qalbeessaa (Shuraa Gaadaa) yeroo ammaa kana dhibee Cimaa(DhibeeTiruun) qabamee Hospitaala Lubu specilized Medical & MCH center tti yaalamaa turus sababa Dhibeen isaa Humna Hospitaala biyya keenya keessatti argamanii ol-ta'een gara biyya Alaatti ergamee akka yaalamuu qabu ariitiin waan murtaayeef Lammiin biyya keessaaf Alaa, , Qaamni mootummaa fi miti mootummaa,, warreen kana dura Aartistoota keenya gargaaraa hojii Eebbifamaa hojjechaa turtan Hawaasni Oromoo marti Weellisaa keessan sirbee hin quufin osoo Lammii qabuu dhibeen itti cimtee karaatti hambisuuf kaate kana waan qabnuun birmanneefi LUBBUU wellisaa kanaa akka Du'a Oolchinu isiniin jenna !!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251909596813

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ฉ๐š๐ ๐ž posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share