Morka Page

Morka Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Morka Page, Addis Ababa.

Galanni Kan Waaqayyoo, Humnis Hundis Kan isaa
10/05/2026

Galanni Kan Waaqayyoo, Humnis Hundis Kan isaa

Arrabni hundinuus,ulfina Waaqayyoo abbaatiif,Yesus Kristos gooftaa akka ta'ebeeksisuuf jiru*.
12/08/2025

Arrabni hundinuus,
ulfina Waaqayyoo abbaatiif,
Yesus Kristos gooftaa akka ta'e
beeksisuuf jiru*.

Galata kee!!!!
12/08/2025

Galata kee!!!!

28/05/2025

Namni dorgeedhaaf qophaa'u, waan eeggachuu isa barbaachisu hundumaa irraa of in eeggata. Warri wal dorgoman gonfoo baala irraa hojjetame, isa coollagee badu argachuudhaaf kana godhu; nuyi garuu isa hin badne argachuudhaaf in dhamaana*.



26 Anis akkuma kanatti akeeka koo bira ga'uudhaaf nan fiiga; abootuun koos akka nama akeeka isaa dhabee qilleensa rukutuu hin ta'u.



27 Ani warra kaan dorgomeetti waamee, ofii kootii akkan keessaa hin hambifamneef, dhagni koo itti baree waan itti dhufu hundumaa akka danda'u, haleelee akka abboomamus gochuun anaaf in ta'a*.

28/05/2025

Well done

13/02/2024

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Morka Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Morka Page:

Shortcuts

Share