Oromiyaan Biyya

Oromiyaan Biyya

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiyaan Biyya, College & University, Addis Ababa.

02/12/2023

Jaallan Toora Beddellee irra socho'a jiran atattamaan nuu qaqqabsiisa. Humni Diina bakka Dambal jedhamutti Haxxee Hiite eega jirti jedha odeessi achii dhufa jiru
Gaara Morkee ✍

28/11/2023

Isa imala QBO finiinse mitii, Yuutuubiin maqaa Oromootiin baname cufamnaan Salphina Oromooti beekaa. Bara Miidiyaaleen 60 ol Itoophiyaa keessatti hayyama seera-qabeessa fudhatanii Itoophiyaa keessa taa'anii Ummata Oromoo irratti duula-afuufaa oolan kanatti Miidiyaalee Oromoo jajjaboon kudhan hin caalle keessaa cufame jechuun argaa dhageettiin Oromoo duudde jedheen fudhadha. Bara kana keessatti Mootummaanuu harka lafa jalaan Miidiyaalee akkanaa jabeeffatuu qaba, yoo qabaate. Dhaamsa Obbolummaati!

25/11/2023

💥💪🏾

Sadaasa 24 halkan Magaala _Amboo fi magaala xiqqaa amborra

24/11/2023

dhaloota kanaa.!
💎

Photos from Oromiyaan Biyya's post 24/11/2023

Oduu gaddaa

Guyyaa kaleessaa jechuun sadaasa 23 /2023 godiina buunno beddellee aanaa cawwaaqaatti bakka adda 5ffa jedhamuttii ijiollee mana barumsaa jiran irrattii dirooniin boombii itti darbachuun ijoollee wagga 12 gad ta'an yoo xiqqaate nama 50 awwaallee jechuun jiraattonni ganda sana dubbatu

Isaan keessa tokko ijoollee sadii awwaaleen tokkoo lubbuun keessa jiraafan mana yaala ciibse jira jechuun jiraattonnii ganda cawwaaqaa shanaffaa dubbatu

Kun gocha abddii kutataan mootummaan faashistii ppn uummata keenya irrattii raawata jirudha

Share gochuun waliif qoodaa wal qaqqabsiisaa.🙏

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa