Tolera's Oromo Academy

Call Website

Tolera's Oromo Academy Education

03/10/2026

To know more than others in public service, you must actively seek out and absorb information by building deep curiosity and daily learning habits.

01/10/2026

Ajab

22/09/2026

Seera uumamaa 4
" Qaayiin +Abeel "
------------------------+--------------
Qaayin Abeeliin gara dirree haa baanu' jedhe." Utuu isaan dirree keessa jiranii, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese."

Qaayinii fi Abeel ilmaan Addaamiifi Hewaan turan. Lamaanuu aarsaa Waaqayyoof kan fidan taʼus, Waaqayyo aarsaa Abeel kan Qaayin caalaa ni jaallate.

Qaayin hinaaffaa fi dheekkamsa irraa kan ka’e Abeel sossobee gara dirreetti geeseee ajjeese. Waaqayyo Qaayiniin kan wal qunname siʼa taʼu, kanarraa kan kaʼes Qaayin mallattoo itti godhamee ariʼamee, nama karaa irra naannaʼu taʼe. Seenaan kun balaa aarii fi hinaaffaa tohachuu dadhabuun fidu kan ibsu yoo ta’u, barbaachisummaa waan dandeenyu Waaqayyoof haarsaa dhiheessuu keenyaa fi fudhatamummaa isaa adda haa baafannu.

02/09/2026

Yemigerm timirt

28/08/2026

Innoo, ana" jedhe.

Address

Kutaa Magaalaa Qiirqoos Ykn Golboo
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tolera's Oromo Academy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share