24/11/2021
Uuuuuuuuu maaloo kaa broo koo biyyeen sitti haa salphaatu bayyee sii jaallana😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ķįňģ'š Ğŕøųp¥, College & University, Addis Ababa.
24/11/2021
Uuuuuuuuu maaloo kaa broo koo biyyeen sitti haa salphaatu bayyee sii jaallana😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
08/11/2021
Fiilmiin 'Gaddii' jedhuufi kan seenaa Gaaddisaa Hirphasaa irratti bu'uureffachuun hojjatame, har'a Giddugala Aadaa Oromoo Finfinneetti eebbifamuufi.
Gaaddisaan barataa cimaa Yunvarsiitii Finfinnee kan ture yoo ta'u, mana hidhaa Maa'ikalaawwiitti dararama irra gaheen lubbuun isaa darbe.
Barreeffama 'Anamoo warra ana himatetu yakkamtoota?' jedhu keenyan mana hidhaa Maa'ikalaawwiirratti maqaasaa waliin waggaa sadii dura barreeffamee argame namoonni ni yaadatu.
Ofii Gaaddisaan eenyu?
Fiilmii Gaddii qabiyyee maal fa'a qaba? Daarektaraafi taatoo filmichaa Fiqaaduu Daadhii BBC’n dubbiseera.
https://bbc.in/3kdmVIc
04/11/2021
Woe
W😂😂😂😂
27/10/2021