Gizachoo

Gizachoo

Share

Oromoo ofta'ee waal tahee akka Abba isaati jiraachu dhirqaama oromooti

Photos from Gizachoo's post 03/01/2024
Photos from Gizachoo's post 03/10/2023

Gadaa Dagalee Abdiisaa fi Barsiisaa Amantii waaqeffannaa obbo Aagaa Guddataa!
Beekaa bira wallaalaan hin jiru!
Baga isin qabaanne!

26/09/2023

🔜Guddattee Guddattus Gurri mataa hin caaluu👍

Photos from Gizachoo's post 26/09/2023

Irraa gaadee mana keenyaa sakartee Gangeen buleeni Bakkan si yammeti kootuu maal nama gootii oleeni

26/09/2023

©Ayyaana keessaniin dhaladheen
Ayyaana keessaniin jiraadhe.
Warra Abbaa oromoo
Boranaaf Bareentu koo
Maqaa keessan kaaseen
Gootummaa keessan leelisa
Korma keessan Qaleen
Dhugaa keessan hima
Korma biladheetan
Addunya keessan leelisa.
Foon kormaa sorradheetan
Jabummaa keessan hima
Baga isiin irraa dhaladhee
Oromoo koo warra Haqaa!

♂️Baga Ayyaana Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Fulbaana 30/2023 kabajamu nagaan Geessan!
Kan Bara kanaan nu gahe Gadaa jaarran nu yaa Gahu!

Horaa Bulaa!
TasammaFulbaana 30/9/2023

Photos from Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa's post 12/05/2023
16/09/2022

✍️jiraa jirtuu

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Addis Ababa