Sabaa'if Baalee.

Sabaa'if Baalee.

Share

Rasaasni Tulluu Hiyyummaa ittiin Diigaan Barnoota!!

22/12/2025

Qormaata cimaa booda Milka'inna Cimatuu jira.Qormata Cimaa,cimtee moo'annaan Milka'inna cimaan innuu dhufa.

05/07/2025

Shakkamaan eenyuu?
Andualam moo?
Muuziqaa inni hojjetee?
Akka kootti muuziqaan shakkamaa ta'uu hin qabu!
Shakkamaan andualam yoo ta'e muuziqaan akkamiin itti gaafatamaa?
Andualam Abbaadha
Muuziqaan immoo ilma
Yakka abbaan hojjeteef akkamiin ilmi itti gaafatamaa?

Koreen boordii badhaasa HH hojii miiraa malee hojii bilchinaa hojjechaa hin jiruu jechuudha!

Andualam nabadhaasaa jedhee isin hin kadhanne
ammas badhasichi sirrii mitii narraa fudhaa hin jenne
ofumaaf hojii da'imaa hojjettan!

Jalqabaa koreen boordii badhaasa HH ofitti amantummaa hin qaban! osoo badhaasa andualam fudhate kana ummanni sirriidha jedhee, isin badhaastaniituma galtuu jechuudha!
dabalata muuziqoota hedduu kan hirmaachuu qaban hin hirmaachifne kunuu hanqina!

Dhabbatichi duchiisa ummataa dhaggeeffachaa yoodeeme kaayyoo dagata,
Kun sirrachuu qaba

Akka kootitti
badhaasicha haquun ofitti amanuu dhabuu agarsiisa haqamuu hin qabu
Sababnis
Muuziqaan akka muuziqaatti dorgomee injifate waan ta'eefi!
Maalif injifataan gaaffii biraadha?

Muuziqaa andualam kan badhaasaf dhiyyaata hedduudha
1, , weellisaa cimaa Waggaa
2, , sinimaa girafii filatamaa waggaa
3, , Vidiyoo muuziqaa filatamaa waggaa
4, , Keerigiraafarii bareedaa waggaa
5, , weellee ammaayyaa bareedaa
6, , weellee ammayyaa bareedaa
7, , weellee aadaa cimaa
8, , weellee aadaa cimaa
9, , Albama waggaa
10, walaloo bareedaa

Askeessaa badhaasni (5)shan argamee jira
Badhaasa (4)afur kaase
1, Vidiyoo muuziqaa filatamaa
2, Weellisaa cimaa Waggaa
3, Keerigiraafarii bareedaa
4, Walaloo Bareedaa
badhaasa (1)tokko kaase
Wliigala Badhaasa HH (5)ntu argame
kun guddin artii sabichaa fi cimina gurbichaa agarsiisa🙏

Garuu Yeeroo kana hunda hojjetan san eessa dhaqan? dogoggora jechuuf hin ulfaata!

Qormaani baay'ate Fuldirri isaa Ifa

26/02/2025

Yaa Rabbii Ati Guddaate!!

Photos from AMN-Afaan Oromoo's post 14/02/2025
Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Addis Ababa