12/09/2023
Baga genye baga gesan bara 2016
Oromoo
12/09/2023
Baga genye baga gesan bara 2016
Itibu....
08/08/2023
Batu ittin Bonna murtessan kantiba siti jolle hararge
01/08/2023
Dhuga Soraa Abdataa nubasa yawarra dhiga namatin dhiqatu warra ekera farsu dhugan soraa nuuf habahu
01/08/2023
Dhugaadha amanuuf hedduu ulfaata.
Koomediyaanii Afaan Oromoo jabaa tokko dhabneerra. Kun du'a rifachiisaa nama naasisudha. Umurii dargaggummaa kanatti si dhabuun ulfaataadha.
Boollakee bookni haa guutu. RIP
Maatiifi dinqisiifattoota koomediyaan Soraa Abdataaf jajjabinan hawwa.
24/07/2023
Har'a koottaa Ijoollee Oromoo Saudi Arabia keessatti hidhamanii sarbaminsi mirga dhala namaa irratti raawwachaa jiruuf sagalee taana!
Lammiileen Itoophiyaa fi Oromoo kumaatamaan lakkaawaman mana hidhaa Saudi Arabia keessatti gidiraan hamaan irratti raawwatamaa jira. Mootummaa Federaalaa Lammiilee Oromoo fi Itoophiyaa badii malee gidirfamaa jiran kana hatattamaan gara biyyaa akka deebi'an godhuu qaba! Saudi Arabia keessatti ammallee Lammiilee Oromoo fi Itoophiyaa kuma dhibbaan lakkaawamtu mana hidhaa keessatti badii malee gidirfamaa jira. Lammiilee kana gara biyyaa deebisuuf Embassy Itoophiyaa Saudi Arabia keessatti argamu Mootummaa Saudi Arabia waliin marii barbaachisu godhuun gara biyyaa akka deebi'an saffisaan taasisuu qaba!
Lammii Oromoo fi Itoophiyaa ta'e kan online irratti argamtan har'a Lammiilee keenya kanaaf sagalee haa taanuufii....!! Suuraan kan Lammiilee keenya mana hidhaa Saudi Arabia keessatti Sarbaminsi mirga dhala namaa irratti raawwatamaa jiruudha!...waliif dabarsaa! ðŸ˜
Laaqana gatisalpan