Gada Campus

Gada Campus

Share

This page is dedicated to educate, inform and address critical issues and current affairs!

24/04/2021



Ol kahiinsi Risaan ittiin barrisu miti rakkisaadha. Yeroo tokko tokko humna malee hiixachuu hubachuu dhabuudhaan gaaga'ama hin malleef saaxilamuutu mul'ata.

Ammaaf waanan jedheefan qaba. Qocaa isinitti fakkaatee Risaa yaaluuf warri maggaltan yoo of qusattan wayya jedheetan!!!!!!!!

11/04/2021

Qaban qabaa hin guuttu.......

Ganamfadheen fuula FB tokko dubbise. Ofii Nama qabu tokkotu, arrabsoon dhukkuffachiisee qoricha gurgurachuuf yammuu ifaajun arga.

Ofii garuu namichi siyaasa yaaluusaati. Namas gara fedhasaatti kakaasuuf waan kaatu natti fakkaata. Ta'us dubbiin bartuufi dhidhiibduu ammoo ni beeksisa jechuufan.

29/03/2021

Qe'een keenya kana nafeeffachuu qaba!!!!!!!!

22/03/2021

Namicha isa dhumaa kana sirriitti shuufaa!

22/03/2021

Reality!!!!

Photos from Gada Campus's post 22/03/2021

Itti yaadnaan nyaanni bakka hundaa jira. Dubbiin barbaadanii argachuudha!

18/03/2021

Hiikoon namummaa Inni Duraa sodaa Uumaati. Amma ofii bara kana Namni Sodaa Uumaa maaliif dagate. Jireenyi uumama Horiifi Bineensaa akkamitti Nama ibsa? Waanuma baay'ee buusee baasee yaaduun waanan qofaa itti rakkadheefan akka waa jettan barbaadee barreesse. Uggum Dubbii fuggisoo!!!!!!!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa