27/07/2025
اللَّهُمَّ
إِنَّ مَغْفِرَتَكَ أوْسَعُ مِنْ ذُنْوبِي
وَرَحْمَتُكَ أَرْجَى عِنْدِيِ مِنْ عَمَلي،
اللَّهُمَّ إنْ كانَ ذَنْبي عَظِيِمَاً، فَلَقَدْ عَلِمْتُ بِأَنَّ عَفوَكَ أعْظَمُ.
اللَّهُمَّ إنْ لَمْ أكُنْ أهْلاً لِأَنْ تَرْحَمَني، فَإِنَّ رَحْمَتُكَ أهْلٌ لِأَنْ تَبْلُغُني.
22/04/2025
Hadiisa Ergamaa Rabbii keessatti akka dhufetti:-
Namni Guyyaatti si'a 100(لا إله إلا الله الملك الحق المبين)
Balballi Rizqii Isaaf Banamte
Kophummaa Qabriirraa Nagaya ta'a
Balballi jannataa isaaf banamte
20/04/2025
رددوها صباحا ومساء
Yeroo Hunda ganamaa galgala zikrii kana baay'isaa
17/04/2025
DARSII KUTAA 3FAA
فالفخر إخوة الإيمان معناه أن يفعل الشخص مثل ذلك ليعجب به الناس يريد أن يكون له اختصاص عند الناس بالنظر إليه والتفخيم فإذا لبس لباسا جميلا للفخر كان عليه إثم وإذا اشترى أثاثا جميلا للفخر كان عليه إثم وإذا ركب سيارة جميلة للفخر كان عليه إثم وإذا بنى بناء للفخر كان عليه إثم أي من كبائر الذنوب وعظائمها
أما إذا فعل مثل ذلك للتجمل فقط وليس للفخر فيلبس الثوب الأنيق للتجمل ويفرح بنفسه لا للفخر ويركب السيارة الفاخرة للتجمل لا للفخر فلا ذنب عليه.
Egaa obboleeyyan islaamaa booninsi akkuma ibsinee bira darbinetti namni tokko gochoota armaan olitti dubbatame kan akka uffataa gaarii, meeshaa manaa miidhagaa fi konkolaataa mishaa yaabbatan bitachuu fa’aan yoo kan of guddisu ykn of dhaaduu
جمعة مباركة رزقني وإياكم رؤية سيدنا محمد صلى الله عليه وسلم
Galgalli galgala juma'aatii Rabbi Rasuula isaa Abjuudhaan Nuhaa Argisiisu Ahbaabii koo!
16/04/2025
رأس مال المسلم العقيدة
Mataan Qabeenya Muslimaa Aqiidaa dha
Yaa rabbi Aqiidaa Nabiyyii keetiirratti najabeessi!
12/09/2024
Imaamu assuyuuxiin (rabbiisaanirraa haa jaalatuutii)Sadarkaa Mowlidni rasuulaa qabu yeroo ibsan Akkana jedhu;
"Manni ykn Masjidni ykn iddo Wahii Kan mowlidni Rasuulaa Keessatti Qara'amu Maleeykaatu itti Marsa,Rabbiin Rahmata isaatiin Waliin Gaha, maleeykonnis warra achitti argamaniif Du'aaii gootiif.
Itti Fufuunis..."Namni muslimaa yokko Kan mana isaa keessatti Moowlidni Qara'amu,Rabbiin Hoongee,dhukkuba,gubaa,Dhibeelee,Balaalee gara garaa,cinqii,jibbaa,Hisdii(waanyoo),ija hamtuufi hattuu hunda irraa isaafi warra mana isaas eega,yoo du'ee gaafiin munkariif nakiir deebisuun itti salphata,.........."
Waan jaalala Ergamaa rabbii mil'iseef
Rabbiin waan kana hundaan isa gammachiisa.
Yaa Rabbi anaafi nama barreeffama kana debbisee Kan qoode Abjuun rasuula kee Arguu nuwaffaqi yaa Allaaah!