27/08/2025
2017 Graduation Ceremony!
Best & Accredited Pentecostal Background Bible College in Ethiopia Holistic Bible College Is Accredited Pentecostal Background Bible College!
27/08/2025
2017 Graduation Ceremony!
13/08/2025
ውድ ተመራቂ ተማሪዎቻችን በጉጉት የምንጠብቀው ቀን ደረሰ።
ምረቃ ፕሮግራሙ ነሐሴ 17 (ቅዳሜ) ንፋስ ስልክ ፖሊ ቴክኒክ ኮሌጅ ግቢ(ጎተራ አካባቢ) ከጠዋት 2፡00 ጀምሮ ይሆናል።
ቤተሰብ ለሚጋብዙ ተማሪዎች በኦንላይን መግቢያ ካርድ እንደምንይዝ እያሳወቅን በውጭ ሀገር ያሉ በተወካዮቻቸው በኩል መመረቂያ ባይደር፣ መጽሔት እና አስፈላጊውን ኪሊራንስ የጨርሱ ዶክመንት እና ስቱደንት ኮፒ የሚወስዱበትን ሁኔታ በቅርቡ በተመራቂዎች ቻናል የምናሳውቅ ይሆናል።
Dear Graduating Students,
The day we have all been waiting for has finally arrived!
The graduation ceremony will take place on Saturday, August 23, at Nefas Silk Polytechnic College (around the Gotera area), starting at 2:00 PM.
For those inviting family members, please note that online entry cards will be issued. Further details will be shared soon on the graduates’ channel.
We will also announce, through the same channel, how you can collect the graduation binder, magazine, clearance documents, and student copies. For graduates abroad, these items will be made available through your designated representatives.
HBC 2025 GC Batch Congrats 🎉🎉🎉
📍 አድራሻው በጉግል ማፕ(Google Map)
https://maps.app.goo.gl/iYVm2pnenhds2mZy8
✍️የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት ለሁሉም!
---------------------------------------------------
📞Addis Ababa +251919741700 💬
📞Hawassa +251961416796 💬
📞Wolaita S**o +251909477723
📞Afaan Oromo +251955454574 💬
📞Free Certificate +251964773877 💬
🎓Online Learning 👉https://my.holisticbiblecollege.com
🖨Register https://my.holisticbiblecollege.com/student/register
📱Telegram👉 https://t.me/+UGkN1L88EvEVLvcS
Nefas Silk Polytechnic College Automotive Department · Addis Ababa Find lokale virksomheder, se kort og få rutevejledninger i Google Maps.
31/05/2025
የ2017 ተመራቂዎች እንኳን ደስ አላችሁ!
የኮሌጁ ሴኔት የ2017 የምረቃ ዕለት ነሐሴ 17(ቅዳሜ)፣ በአዲስ አበባ እንዲሆን ስለወሰነ ኮርስ ያልጨረሳችሁ እንድትጨርሱ እና ሪሰርች ያላስገባችሁ እንድታስገቡ እናሳስባለን።
Eebbifamtoonni bara 2017 baga gammaddan!
Seenetiin kolleejjichaa guyyaan eebbaa bara 2017 Eebila 17, Finfinnetti akka ta'u murteesse.
Congratulations to the graduates of 2025!
The college senate has decided that the 2025 graduation day will be August 23, in Addis Ababa.
🖨Register 👉www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
✍️የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት ለሁሉም!
---------------------------------------------------
📞Addis Ababa +251919741700 💬
📞Hawassa +251961416796 💬
📞Afaan Oromo +251955454574 💬
📞Free Certificate +251964773877 💬
🎓Online Learning 👉www.my.holisticbiblecollege.com
📱Telegram👉 https://t.me/+UGkN1L88EvEVLvcS
11/09/2024
Barattoonni Koolleejjii Macaafa Qulqulluu Hoolistikii baga bara haaraan isin gahe!
Bara karaa hundumaa milkii haammattan isiniif haa ta'u!
Ayyaana gaarii
✍️Barnoota Macaafa Qulqulluu Nama Hundaaf!
📞+251955454574 irratti bilbilaa
🌐Galmaa'aa👉 www.my.holisticbiblecollege.com/galmee/barataa
🎓Barnoota Toora Interneetii👉 www.holisticbiblecollege.org
31/08/2024
Galmaa'aa "PRACTICAL THEOLOGY" bilisaan baradhaa!
namoonni karaa ONLINE barnoota Macaafa Mulqulluu barachuu barbaaddan
lakkoobsa bilbilaa keenya gaditti argitan kana irratti nuuf bilbilaa.
LIINKII ARMAAN GADII CUQAASUUN AMMUMA GALMAA'AA
📞+251955454574
🌐Register👉 www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
🎓Online Learning👉 www.holisticbiblecollege.org
📱Telegram 👉 https://t.me/holisticbiblecollege
Share, like godhaa nama hundumaa bira haa gahu.
12/08/2024
Koolleejjii Macaafa Qulqulluu Hoolistikii Ti'ooloojii qabatamaa online irratti bilisaan barsiisa.
1. Dubbii Waaqayyoo
2. Macaafa Qulqulluu Qoʼadhu
3. Kadhannaa
4. Seeraa fi Ayyaana
5. Of beekuu
6. Guddina Waliigalaa
Holistic Bible College offers a online Certificate Program in Practical Theology in the Afaan Oromo language.
1. The Word of God
2. Studying the Bible
3. Prayer
4. Law and Grace
5. Self-awareness
6. Holistic growth
Register👉 www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
✍️Barumsa Macaafa Qulqulluu Nama Hundumaaf!
📞+251955454574
📞+251919741700
📞+251961416796
🌐Website👉 www.holisticbiblecollege.com
🎓Online Learning www.holisticbiblecollege.org
📱Telegram 👉 https://t.me/holisticbiblecollege
12/08/2024
Koolleejjii Macaafa Qulqulluu Hoolistikii Ti'ooloojii qabatamaa online irratti "certificate" bilisaan barsiisa.
1. Dubbii Waaqayyoo
2. Macaafa Qulqulluu qoʼadhu
3. Kadhannaa
4. Seeraa fi ayyaana
5. Of beekuu
6. Guddina waliigalaa
Holistic Bible College trains Practical Theology online for free in Certificate Program.
1. The Word of God
2. Study the Bible
3. Prayer
4. Law and grace
5. Self-awareness
6. Holistic growth
✍️Barumsa Macaafa Qulqulluu Nama Hundumaaf!
📞+251955454574
📞+251919741700
📞+251961416796
🌐Website👉 www.holisticbiblecollege.com
🎓Online Learning www.holisticbiblecollege.org
Register👉 www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
📱Telegram 👉 https://t.me/holisticbiblecollege
Holistic Bible College Holistic Bible College
11/08/2024
Koolleejjiin Macaafa Qulqulluu Hoolistikii Ti'ooloojii qabatamaa online irratti bilisaan barsiisa.
1. Dubbii Waaqayyoo
2. Macaafa Qulqulluu qoʼadhu
3. Kadhannaa
4. Seeraa fi ayyaana
5. Of beekuu
6. Guddina waliigalaa
Bilbilaa: 0955454574
Marsariitii www.holisticbiblecollege.com jedhu irratti argama
✍️Barumsa Macaafa Qulqulluu nama hundumaaf!
📞+251955454574
📱Telegram 👉 https://t.me/hbcafaanoromoochannel
10/08/2024
ሆሊስቲክ የመጽሐፍ ቅዱስ ኮሌጅ በዶክትሬት ፕሮግራም የሚሰጣቸው ኮርሶች ሙሉ በሙሉ ከቴራፎን ዩኒቨርስቲ ጋር በትብብር የሚሰጥ ስለመሆኑ የተሰጠ የትብብር ማረጋገጫ ደብዳቤ።
Holistic Bible College's certificate of affiliation confirming that the courses offered in the doctoral program are offered entirely in Affiliation with Theraphon University-USA.
Register👉 www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
ሌሎች እንዲማሩ ያድርጉ!
✍️የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት ለሁሉም!
📞+251919741700
📞+251961416796
📞+251955454574
🌐Website👉 www.holisticbiblecollege.com
🎓Online Learning www.holisticbiblecollege.org
📱Telegram 👉 https://t.me/holisticbiblecollege
15/07/2024
Oduu gammachiisaa
Kolleejjiin Macaafa Qulqulluu Holistic Yunivarsiitii Teraphone waliin tumsa idilee qabu gara walta’iinsa tarsiimootti babal’isee jira. Kanaafuu, sagantaan digirii doktorummaa kolleejjichaa kan yuunivarsiitichaa wajjin tokko ta’uu qaba, barattoonnis dippiloomaa isaanii yeroo xumuran yuunivarsiitii irraa fudhachuuf waliigaluu qabu.
Kanaaf kolleejjiin kun Dr. Endale Getachew qindeessaa sagantaa PhD akka ta'u murteessee jira.
Gabaabumatti waa'ee yunivarsiitichaa
Dhaabbata ti'ooloojii idil-addunyaa fi yunivarsiitii mootummaa Ameerikaatiin beekamtii argate dha.
📞+251919741700
📞+251961416796
📞+251955454574
Website👉 www.holisticbiblecollege.com
Register👉 www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
Telegram 👉 https://t.me/afaanoromochannel
13/07/2024
የ2016 የተማሪዎች ምረቃት ፕሮግራማችንን ኢቫንጀሊካል ቲቪ እንዲህ ዘግቦታል።
ዜናውን ይመልከቱ የዩትዩብ ቻናላችንን ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ!
ዜናውን ይመልከቱ??https://youtu.be/fH-akGS6ZUM
✍️የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት ለሁሉም!
📞+251919741700
📞+251961416796
📞+251955454574
Website👉 www.holisticbiblecollege.com
Register👉 www.my.holisticbiblecollege.com/student/register
Telegram 👉 https://t.me/holisticbiblecollege
Oduu gammachiisaa
Bu’uura kallattii Boordiin Kolleejjii Macaafa Qulqulluu Holistic Bible June 30/2016 kaa’een, kolleejjichi Yuunivarsiitii fi qooda fudhattoota dhimmi ilaallatu waliin marii jalqabee sagantaa doktorummaa toora interneetii irratti jalqabuu isaa isin beeksifna.
Good news
We would like to inform you that in accordance with the direction set by the Board of the Holistic Bible College on July 7/2024, the college has started discussions with the relevant affiliated universities and stakeholders to start online PhD program.