Bilillee ART

Bilillee ART 39

Jabeenyi namaa oobsa qabaachudha.Bareedini qabeenya hiyyeessa gargaaruudha.Bareedini Aangoo sirnaan tajaajiluudha.Bareed...
09/04/2026

Jabeenyi namaa oobsa qabaachudha.
Bareedini qabeenya hiyyeessa gargaaruudha.
Bareedini Aangoo sirnaan tajaajiluudha.
Bareedini beekuumsa naman barsiisudha .
Bareedini nama tahuu Rabbii ofii gabaruudha.
Bareedini adunyaa akkhiraaf kuufachudha.
Bareedini naamusaa tasgabbii qabaachudha.
Bareedini kabajaa oof kabajuudha.
Bareedini obbolummaa rahima maxxanfachuudha.
Bareedini duroomu haqa nama eegachudha.
Babu lohar❤️🙏🏾🧑🏾‍🦯

بارك الله لكما، وبارك عليكما، وجمع بينكما في خير💐Mabruuk Alfa Mabruuk naaf ja'aan          obboleessa koo  Baga Rabbiin ...
05/04/2026

بارك الله لكما، وبارك عليكما، وجمع بينكما في خير
💐Mabruuk Alfa Mabruuk naaf ja'aan

obboleessa koo Baga Rabbiin si jaare bultii barakaa siif haa godhu 🤲🤲🤲🤲
👉biraai fi Giftii teenyaas mee Hawaasni kiyya Du'aa'ii teessan Owwituu saniin naaf dhaqabaa.

Ramadan Mubarak‏💙❤️ مبارك عليكم الشهر الفضيل!
17/02/2026

Ramadan Mubarak
‏💙❤️ مبارك عليكم الشهر الفضيل!

Sealed with a kiss 😘ARSEEEEEEENAL😘😘😘🥰🥰🥰🥰
03/01/2026

Sealed with a kiss 😘
ARSEEEEEEENAL😘😘😘🥰🥰🥰🥰

Arsenal The Gunners forever 😘😘🥰🥰🥰🥰
30/12/2025

Arsenal The Gunners forever 😘😘🥰🥰🥰🥰

13/05/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Nuge Ayela Dulacha, Hin Gabbuu, Muriyee Awal, Abdulkarim Husen Danbi, Wiz Qashxii Goroo, Elemoo Hassan, Mahammad Abrahim Muummee, Abdurahmaan Kadir, Dasi Siraj, Abdi Jamal, Mame Sheki, Galma Dhugaa, Felmeta Abdurazek, Mubë Yusuf, Kadiir Husseen, Firoomsaa Abdii Abarhim, Aregawishshay Aregawi, Abdii Hassan, Derartu Miratu, Maward Mahammad Mahammadi, Tashoma Abdala, Gaaddisaa Ahaamad, Haafizoo Mahamad, Umare Said, Mohammad Tibbeessoo, Negawo Negeso Negeso Hasen, Mu my, Darminesh Jilo, Abdurazak Kasim, Saadaam Oro Lij, Farhan Mahmmeed, Obsa Man, Waganee Tilahun, Rijal Sultan, Magarsa.Ahamad, Abde Aleye, Maahr Hakim, Gélànà Bìrìnà, Oromiyaa Biyyako

31/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Bashii Ussoo Yusuf, Amanuel Yimen

Wa'ee leecaa leecumatu bekka Kadir Martuu  ilma sabaa guddaaKadir martuuJune RutoBilillee ARTJawar MohamadDr Abiy ዛሬ ምን ...
31/07/2024

Wa'ee leecaa leecumatu bekka Kadir Martuu ilma sabaa guddaa
Kadir martuu
June Ruto
Bilillee ART

Jawar Mohamad
Dr Abiy ዛሬ ምን አሉ

Yerro ati rakkatuu nama ati rakko tiyya naa cinaa dhabaata jeete yaddu oso hin tane kan sii wajjin rakkatu kaa biraati h...
24/07/2024

Yerro ati rakkatuu nama ati rakko tiyya naa cinaa dhabaata jeete yaddu oso hin tane kan sii wajjin rakkatu kaa biraati hundafuu Alh ☝️🙏🏾

📣Taphataan urjii addunyaa Lewneel Andrees Meesiin taphataa geeba hedduu injifate ta'u danda'eera.👉Leewneel Meesii geeba ...
19/07/2024

📣Taphataan urjii addunyaa Lewneel Andrees Meesiin taphataa geeba hedduu injifate ta'u danda'eera.

👉Leewneel Meesii geeba 45








Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bilillee ART posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Bilillee ART:

Shortcuts

Share