Riduwaan jabal Page

Riduwaan jabal Page

Share

Jajjabina waahundaa rabbi nuuf haa keennu

30/07/2025

Aafiyaan kan Rabbiiti.
Sabsib Abbaamaccaa jedhama nama naannoo Qoreeti. Hanga waggaa 10 guututti fayyaa ture. Garuu guyyaa loon tiksaa oolee galee faana miilaa jala hooqsisee sana booda lukti isaa akkas ta’e.

Waan biraa gochuu yoo dandhabde Rabbi si haa fayyisu jedhiin🥹

Photos from Riduwaan jabal Page's post 30/07/2025

Kaleessi keenya yoo har’a akkanatti miidhagu akkam nama gammachiisa!

Masaraa Mootii Abbaa Jifaar
رحمة الله عليه

30/07/2025

🌧️ Gaafa samiin guute…
🌾 Gaafa ardiin duute…
😔 Gaafa jiruu wal huute…
Keessaa fi alaan Towbaan barbaachisa!

02/01/2025

Yaa kan jiruun sitti dhiphatte rizqii halaaliin si haa furu rahmaan 🤲

02/01/2025

Harargee lixaati Harreen lakkuu dhalte yeroo jalqabaatif 🙄🙆‍♂️

Photos from Riduwaan jabal Page's post 02/01/2025

Maatii abbaa fira abbaa bulguu abbaa jobir 😊
Haadha Seenaa ti fi Seenaa Jalatuu Oromo haadha fi ilmoo osso tene obbolaa fakkaatu🙄
:

:

:

:

:
Haadha Seenaa seenaf obbooleessa dabaluu yaada qabduu?

31/12/2024

Hiriyoota gaggaarii

Photos from Riduwaan jabal Page's post 17/12/2024

Hayyuu Guddicha Rabbi adduunyaa badhaase

Masha Allah habibi 🥰
Rabbi si haa tiksu

DDr Zakir NaikZDr Zakir NaikNDr Zakir Naik

15/12/2024

Guyyaa 12/01/2025tti Sagantaan guddoon akka oromiyaatti Magaalaa miicataatti qophaawaa jirti. Sagantaan Guddoon tun Qubsiisa Aalimaa sababeeffachuuni kan qophooyte.
Harageen lixaa Aanaan Daaroo Labuu Magaalaan miicataa Sagantaa guddaa kanaaf Qophii isii xumurattee isin eegaa jirti. Irratti hirmaachuuf Ammaan qophii keessan eegalaa.

12/12/2024

Namni Masgiida Rabbii Jaalattu Qofti
Maashaa Allaah Ja'i🕌🕍🏰💓

Ammas Akka Rabbiin Fooqitti Jirjiiru
Du'aa'ii godhi 🏬🏫

✍️Maashaa Allaah
✍️Maashaa Allaah

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Markaatto
Addis Ababa
TAJAAJILAHOJII