05/10/2022
Barattoota keenya qorumsa seensa Yuunivarsiitii fudhachuuf Guyyaa har'aa irraa eegaltanii gara buufata qorumsaatti imaltan maraaf milkii dhaqaa fi galaa isiniif hawwina.
Carraa gaarii!!