25/10/2025
Sharxiin Laa ilaa illallaah Meeqa Akka Taate Ni Beeytaa ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Jechi kun kan namni isa ja’uun amantii islaamaa qeebaluudha. laa ilaaha illaaha jechuun, Rabbi malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiru jachuudha.
Isiin Tana afaaniin jechuu qofa osoo hin tahin Shuruuxa mataa isii qabdi. Isaaniin akka Armaan Gadii kana
1: Beekkumsa (Al-ilmu)
2: Yaqiina (Al-Yaqiinu)
3: Qeebaluu (Al-Qabuulu)
4: Masakamuu (Al-Inqiyaad)
5: Dhugoomsuu (As-Sidqu)
6: Ikhlaasa (Al-Ikhlaas)
7: Jaalachuu (Al-Mahabbatu)
Obboleeyyan kiyya Laa ilaaha illallaah afaaniin jechuu Qofa osoo hin taane, sharxiilee isii tanaas sirritti jabeessinee haa qabannuu. Hiika isiitii fii akkasuma waan isii balkeessaatiis sirritti firraa Barri.
Dubbisaatii obboleeyyan keessaniif Share Godhaa.
Waan Dubbistaniif Galatoomaa: Jazaakumullaahu Kheeyran
!