Amalli Hamaan milkaa’ina balleessu maali?
Amaloonni hamoon milkaa’ina balleessuu danda’an tokko tokko:-
Tursiisa:- Waan hunda hanga daqiiqaa dhumaatti tursiisuun hojii ariifachiisaa, sadarkaa gadi aanaa fi carraa darbuu fiduu danda’a.
Yaada gadhee:- Yaadni keenya gochaa fi bu’aa keenya irratti dhiibbaa guddaa qaba. Yaadni gadheen balaa fudhachuu fi waan haaraa yaaluu irraa duubatti nu dhowwuu danda’a.
Naamusa dhabuu:- Naamusa malee jirachuun karaa irraa baduun galma keenya hordofuu dhiisne daandii jaloo hordofna.
Yeroo gaarii hin fayyadamne:- Yeroo keenya haala bu’a qabeessa ta’een bulchuu dhiisuun yeroo murtaa’e darbuu fi miira humnaa ol ta’e nutti fida.
Of kunuunsuu dhabuu:- Fayyaa qaamaa fi sammuu keenya too'achuu dhabuun dhiphachuu fi oomishtummaa hir’isuu nutti fiduu danda’a.
Xiyyeeffannoo dhabuu:- Yeroo hunda wantoota barbaachisoo hin taaneen yaadni keenya hiramuun keenya galma keenya irratti guddina akka hin agarsiifne nu dhowwuu danda’a.
Jijjiirama wajjin walmadaaluu dadhabuu:- Jijjiirama dura dhaabbachuun carraa fi guddina haaraa nuu arganu irraa duubatti nuu deebisuu danda’a.
Itti gaafatamummaa dhabuu:- Gochaa fi murtoo keenyaaf itti gaafatamummaa dhabuun guddinaa fi milkaa’ina keenya gufachiisuu irra darbee milkaa'inaa keena naafisa.
Qeeqa fudhachuu dadhabuu: Qeeqa ijaarsa qabu dhaggeeffachuu fi irraa barachuuf fedhii dhabuun guddachuu fi fooyya’iinsa nu dhowwuu danda’a, garuu darbee darbee qeeqa ijaarsa hin qabneef hubannoo dhabaan uumamuu qajeelchuun guddinaaf daandii keetiif karaa ta'uu danda'a.
Galateeffannaa dhabuu:- Wanta qabnutti gammaduu dhabuu fi yeroo hunda wanta dabalataa argachuuf carraaqqii gochuun keenya, quufa dhabuu fi gammachuu dhabuu nutti fiduu dandaʼa.....
Source South
Boru Galma Guyo
Student president at Debre Markos University
27/08/2023
Isin ijoollummaatti bulguun maal fakkaata jedhamaa guddattan?
👹👿🧌
Afoolaa fi asoosama warra Roomaa duriirraa qabee hawaasa addunyaa mara keessatti Bulguun fuulaafi seenaa sodaachisaa qaba.
Waa'ee Bulguu ijoollummaarraa dhagahaa guddanne sanaa baruu barbaanne.
Garuu Bulguun waan nama nyaatuuf mana isaa hin deemne, warreen waa'eesaa dhagahan gaafanne.
Ogeeyyiin maal fakkaata jedhu?
👇
https://bbc.in/3PdDMug
Suuraan kuusaa Getty Images keechaa
Namni gaafa ati galte qofa “ Maaf badde “ siin jedhu ni soba.
Osoo ati achiin haftee quba sin qabu.
Namaa Taate dhalachuun Filannoo kee miti, Garuu Namumaa kee Eegachuun Filannoo Keeti.
08/01/2023
Olaantumaa Seera Qofaa Osoo Hin Taane Olaantumaan Ceeras Barbaachisadha!
05/01/2023
Abbaa koo !!!
Baga Gammaddan Baga Gammanne. Biyyi Canada Hojiidhaaf Itiyoophiyaa Irraa Namoota Hedduu Barbaadaa Jirti. Sadarka Barumsaas Ta'ee Saala Waan Hin Filanneef, Carraa Kanatti Fayyadaa Ofiis Ta'ee Jireenya Maatii Keessanii Jijjiiraa. Akkaataan Itti Galmooftan Link Asi Gad Isinii Keenyu Kana Tuuqtanii Xumura Irratti Maqaa Keessanii Fi Email Keessan Barreessitu. Carraa Gaarii. https://bit.ly/3jCUiGG
Click here to claim your Sponsored Listing.