Qirqixaa diinaa

Qirqixaa diinaa

Share

Dhugaan galgala abbaaf galti

02/09/2021

Nagaan Ummata Qaalii Oromoof haa ta'u!!

Gabroonfataan Qawween nu balleessuu dadhabe networkii harka isaa jirtu kute. Nuti Netiwoorkiin keenya Ummata Oromooti. Netiwoorkii ugguramuu hin dandeenye Ummata keenya qabna.

........
Qoraafaannetu Raafanne. Qammannee nu jalaa hin ciccinne. Ititee raafachuutti jirra. Nuti Dhadhaa barbaanna.

........
Warra dhadhaa nu harkatti qabuuf nuti baaduu dhiifneef. Fedhan baaduu raasanii dhadhaa haa baafatan, fedhan dhama ha baafatan.



02/09/2021

Baalee
Godina Baalee Aanaa Barbaree Ganda sirrima jedhamutti
Naannoo Somaalee waliin waldaangessutti Humni Hidhate
Naannoo Somaalee irraa dhufe Hojjatoota Guyyaa Namoota
lakkoofsaan gara 10 ti siiqu iddoo tokkotti ajjeesanii hanga
yonaa reeffi isaanii hinkaane Hidhatoonni kunneenis Gandicha
dhuunfatanii jiru. Qaamni Mootummaa Naannoo Oromiyaa
natu bulcha jedhu Hanga yonaa hafuura tokko hin baafanne
Reeffa ijoollee Oromoo Wareegamtees Awwaaluuf tattaaffii
tokko hin goone Kaadireen aanichaa Naasuu guddaan seenee
baqaaf qophiirra jiru
Yeroo baay'ee Somaaleen Daangaan keenya hanga Roobetti
jechuudhaan karaa kanaan lola banaa ture

Photos from Qirqixaa diinaa's post 12/05/2021

Ma12\5\2021"Gootichi waraanni bilisumma oromoo humna gooleesitu ummata nagayaa jumlan fixa turtee ona saadii canqaa baaka mandara 12 jedhamutti tarkaanfi cimaa wbon humna diinaaratti fudhateen loltoota diinaa 16 yomu ajjesu 9 madoo akkasumas baaka mandara 21 jedhamtutti tarkaanfi wbon humna diinaaratti fudhateen loltoota diinaa 27 yomu ajjesu 19 madoo godhamtera akkasumas ona gimbii baaka dhagaa dhabbii jedhamtutti tarkaanfi barirritti fudhateen loltoota diinaa tan sakkata.aa wbotif gara boosona wbon jiru dhufte tan bayiin ishee 56 ol tattu kessa 38 yomu ajjefamtu taan hafte madoo tattera meshan gara garaattis harka wbo galeera guman kaleessattif kan san dura dhangaalaa ture baheera ammas itti fufa hora bulaa injjifannoo ummata oromoofMa12\5\2021"Gootichi waraanni bilisumma oromoo humna gooleesitu ummata nagayaa jumlan fixa turtee ona saadii canqaa baaka mandara 12 jedhamutti tarkaanfi cimaa wbon humna diinaaratti fudhateen loltoota diinaa 16 yomu ajjesu 9 madoo akkasumas baaka mandara 21 jedhamtutti tarkaanfi wbon humna diinaaratti fudhateen loltoota diinaa 27 yomu ajjesu 19 madoo godhamtera akkasumas ona gimbii baaka dhagaa dhabbii jedhamtutti tarkaanfi barirritti fudhateen loltoota diinaa tan sakkata.aa wbotif gara boosona wbon jiru dhufte tan bayiin ishee 56 ol tattu kessa 38 yomu ajjefamtu taan hafte madoo tattera meshan gara garaattis harka wbo galeera guman kaleessattif kan san dura dhangaalaa ture baheera ammas itti fufa hora bulaa injjifannoo ummata oromoof

12/05/2021

***Ajjeechaan Amaanu'eel Wandimmuu Dambidoolloo keessatti raawwate onnee nama cabsa" Obbo Ittafaa Bookaa ***

Keelloo: Caamsaa 12,2021

"Har'a miiraaf qalbii namaa kan cabsu, Wallagga keessatti guyyaa dukkanaa'aan nu mudatee jira" jechuun obbo Ittafaa Bookaa qophii 'Haati Oromoo hanga yoomiitti boossi' jedhuun Keelloo Miidiyaa irratti kaleessa marii obbo Yeroon Geessee waliin taasisan eegalan.

Qophiin kun ajjeechaa guyyaa kaleessaa Gammachuu Wandimmuu irratti qaamolee mootummaa PP'n raawwatame irratti kan fuulleffatu, haala ajjeechaa Oromiyaa keessaa irraa dubbachuuf furmaata illee uummataaf akeekuu yaalanii jiru.

Qophii sanaan dhimma Oromoon bakka hedduu ajjeefamee seerri dubbatuuf dhabuuf hidhamees seerri akka hiikamu murtaa'ullee deebi'ee mana hidhaatti hiraaru irratti yaada kan kennaniin "Isa Hayila sillaaseen 'Samiin hinqotamuu, mootiinn hinimatamu' jedhe sana fidanii Oromoo irratti raawwataa jiru" jechuun "maal fiddiif maaltu gadi dhufa? Jedhanii uummata keenya lafarraa daguugaa jiru" jechuun ibsan obbo Yeroon geessee

Dhimma dhabamuu Mohaammad Deeksisoo irraas kan dubbatan namooti kunneen, "akka amma adeemaa jiruun bakki Mohaammad Deeksisoo jiru hinbeekamu. Kan nuti irraa eegnu (PP irraa) lafa itti awwaalan nuu himuu qofa" jechuun dubbatan obbo Yeroon Geesseen

"Du'a yoo dhageenyu har'a dhaqni nu du'ee jira. Uummata gadi yaasanii ol adeemaa haala suukeessaan yeroo ajjeesan miira namaa illee xuqa. Abbaa torbee jarri jedhan nama leenjii qabu. Kun daa'ima ol adeemaadha. Fuulumti daa'ima ajjeefame kanaa nama leenjii qabu hinfakkaatu. Faarfataa mana amantaati. WBO nii jaallata ta'a. Yoo WBO jaallate iyyuu maaf ajjeefama?" kan jedhe Obbo Ittaafaan ajjeechaa uummata nagaa irratti raawwataa jiru ilaalchisee uummati daangaa akka itti godhuu qabu cimsee dubbateera. Hanga yoomiitti callifnee sirna nama daguugaa jiru of irratti ilaalla yaada jedhu kan of keessaa qabu yaadni Obbo Ittafaa Bookaa furmaati du'aaf daangaa ajjeecha saba keenyaa akka kahamu dubbatan.

10/05/2021

Stop all

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Addis Ababa