Jatani Ali Generation at Addis Ababa University

Jatani Ali Generation at Addis Ababa University

Share

Daayyaa Gooticha Shalaqaa Jaatanii Alii Tandhuu, dhaloota faana isaa dhaatee oobjuu isaa dhugoomsu. Qaqalloo bitaa lafaa soqolattoota faana dhugaa.

28/01/2024

Dr.Godana Jarso, owner of Dire Godana Hospital, graduated with a PhD from University of South Wales in the UK. Congratulations Dr.Godana!

Photos from Jatani Ali Generation at Addis Ababa University's post 12/12/2023

''Baradhaa Barannooti Addunyaan isan dhaqqabaa...'' Dhaamsa Gooticha Biyyaa-Biyyee Shalaqaa Jaatanii Alii Tandhuu!

Dhalooti JAG kun baga gammaddan!
Diida Daaluu Jirmoo
Galma Huqqaa Diidaa

25/09/2023

Congratulations Jaatanii Bonayyaa Godaana; Dhiira Booranaa. Nama didhaa guutu. Jabaadhi ammallee! Barannoota Digirii Lammeessoo lammeeffachuu keetti guddoo sii gammanna nu dhalooti JAG!

19/01/2023

Kaayoo Dhaabbata Alchiisoo Pastoralist Up.

1. Sadarkaa wabii nyaataa fooyyessuu fi guddina dinagdee ariifachiisaa naannoo Horsiisee-bultootaa deggaruu.

2. Ijaarsa dandeettii gidduu-galummaaf haala mijeessuu, jijjiirama qilleensaa madaqsuu fi tooftaalee jireenna deebisuu qopheessuu, qorannoo walitti hidhame eegumsa naannoo hawaasa bu’uura godhate waliin gaggeessuun manca’iinsa naannoo yeroo dheeraa fi saaxilamummaa hawaasaa jijjiirama qilleensaaf saaxilamuu hirdhisuu.

4. Qorannoo jireenna hawaasa horsiisee bulaa irratti xiyyeeffate gaggeessuu fi dhimmi hawaasa horsiisee bulaa imaammata biyyaalessaa fi idil-addunyaatiin akka hammatamu jalqabbii qorannoo dhiyeessuu.

5. Namoota balaa uumamaa fi nama-tolcheetiin miidhamaniif qarqaarsa miidhaan nyaata fi qarqaarsa namoomaa biroo dhaqqabsuu.

6. Dubartooti horsiisee bultootaa adeemsa murtee hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa keessatti hirmaannaa walqixa ta’e mirkaneessuun dubartoota barnootaa fi leenjii, ijaarsa dandeettii fi mala birootiin humneessuu.

7. Barnoota dubartoota Horsiisee-bultootaa irratti xiyyeeffachuun qaqqabummaa barnoota Horsiisee-bultootaa guddisuu.

8. Mirgoota bu’uuraa namoomaa kanneen akka mirga barnootaa, mirga fayyaa, gaaddisa, qaqqabummaa haqaa fi kkf kabajuu fi tissuu.

Photos from Jatani Ali Generation at Addis Ababa University's post 15/07/2022

Jatani Gollisa Roba, Debano Dalacha Jatani, Boru Urga, Dullacha Galgaloo Nuuraa and Other...!

JATANI ALI GENERATION(JAG) Graduation from Bule Hora University
Congratulations🎆🎉 Dear All. !

14/07/2022

Congratulations🎆🎉 Mr. Ifaa Dannaqaa Gurmeessaa(MA) From Addis Ababa University!

Photos from Jatani Ali Generation at Addis Ababa University's post 29/04/2022

On behalf of Jatani Ali Generation (JAG) Congratulations to Petros Wako Halake (PHD)
We really proud of you!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

6 Kilo
Addis Ababa