Abdulaziz Jihad Ahimed

Abdulaziz Jihad Ahimed some times dream becomes true

04/08/2026

Manchester United
One fullback

Spain champion's of world cup
19/07/2026

Spain champion's of world cup

16/07/2026
15/07/2026

Qulqullina naannoo eegaa jiru. Garuu baay'een keenya ni jibbina fakkeenyaa majaa/woraabrssa meeqan keenyatu jibba?
Mee akka naannoo keessaniitti maal jedhama?

29/03/2026

ሰላም ሲባል ቀላል ይመስለናል ሰላም ሲባል አንድ ቃላት ብለን እናስባለን የሰላምን ዋጋ ግን ሰላም ያጣ ብቻ ያቃታል::
የሰላም ዋጋ ስንት ይሁን?

Dhugaa dubbachuuf beeksisa konkolaataa hojjechuun dura mansur dureessa hin turree? Maaliif wal sakaalla sababa ta'eeti m...
28/03/2026

Dhugaa dubbachuuf beeksisa konkolaataa hojjechuun dura mansur dureessa hin turree? Maaliif wal sakaalla sababa ta'eeti malee hattuu miti. Ummata "Infinty power" soba jennaan lakkii ati dhiisika gowwaa namaan jedhee online birrii eergu bar ummatni biyya kanaa. Ammas qeequun wal cabsuun aadaa keenya miti haqqii miskiinaa garuu rabbi haa deebisu

You are mu first choice man
26/02/2026

You are mu first choice man

04/12/2025

Etiyoophiyaafi Ijipt gara woraanaa yoo sente maal mudata jedhamee gaafatamee Ijipt somaaliyaa fi Eritiriyaa fayyadamuu dandeessi jechuun yaada kenne xiinxalaan tokko bbc. Geenyee Ilaallaka mee waan ta'u🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulaziz Jihad Ahimed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share