06/03/2022
Abduselam Ahmedin
Abduselahmedin
06/03/2022
24/02/2022
24/02/2022
11/12/2021
Roras Tube Gara Entertainment Guddicha Afaan Oromootti Ol Guddisuuf Halkanii fi Guyyaa Dhama'aa Jirra. Yaa Lammii Too Guddinni Aartii Afaan Keenyaa Hunda Keenya Yaachisuu Qaba Janneeti Amanna. Namoota Hanga Arraatti Entertainment Kana Guddisuu Keessatti Karaa Gara Garaatiin Nu Waliin Dhaabbattaniif Galata Galchaa Amma Boodaafiis Rakkina Qulqullina Sagalee Fi Vedio Kan Dur Caalaa Furuu Waan Barbaannuuf, Deeggarsi Keessan Murteessaadha. Entertainment Afaan Oromoo Deeggaruu Barbaannaan Lakkoofsa WhatsApp +251939392710 Irratti Naqunnamuu Dandeessan. Wajjiin Taanee Guddina Aadaa Fi Aartii Afaan Keenyaa Sadarkaa Addunyaatti Dorgomaa Haa Taasifnu. Galatoomaa
09/12/2021
07/12/2021
Injinar Taakkalaa Aanaa Kuurmuukitti kaampaaniiwwani Albuudaa sadarkaarra jiran daawwatan
********************
Ministirri Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan Naannoo Beenishaanguul Aanaa Kuurmuukitti argamuun Kaampaaniiwwan Albuuda Aadaa sadarkaarra jiran Pirezdaanti naannichaa Ashaadilli Hassan dabalatee aanga’oota naannichaa waliin daaw’atan.
Yeroo ammaa kana naannichatti qaamooleen misooma albuudarratti hirmaatan yaaddoo nageenyarraa bahani akka hojjataniif haalawwan mijaati jira kan jedhan Ministirri Albuudaa Injinaar Taakkalaan, dhimmoonni kaampaaniwwanitti gufuu ta’an fala argachaa waan jiranif, fuulduratti humna guutuun akka hojiitti galaniif ni hojjannaa jedhan fuula midiyaa hawaasummaa isaanirratti barreessaniin.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
ABDUSELAM