Nadhii Dha

Nadhii Dha

Share

Sobni ni gooha
Dhugaan ni mooha

05/01/2025

Manchester United will win

05/01/2022

Biyya Jaalle Nadhii
Oromiyaa
Biyya goota kumaa
Oromiyaa
Si Yaa Biyya Tiyyaa
Si Yaa Oromiyaa

14/10/2021

Muranii osoon zeeratinii
Imeen bilchaanne adamsanii
Akkan bilchaanneef qancarsanii

14/10/2021

Lafa malee
Lafeen horan

10/03/2021

Ust Raayyaa Abbaamacca

22/01/2021

Nama namummaa qabu
Ust Raayyaa Abbaamacca

06/01/2021

Hanga jallateef sheenaa
Dhugaa badeefis seenaa
Ganni roobeef ta'a gannaa
bonnis caamnaan ta'a bona
Irraan dabin ittuu yaanaa
Galma dhugaat dhugaa galfanna

CULULLEE 10/05/2020

Subscribe our YouTube channel

CULULLEE Diraamaa gabaabaa koflaan Eegalee koflaan dhumuufii

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Addis Ababa