04/04/2025
✅️🚨Oduu gammachiisaa deeggartoota liiverpool hundaaf Urjiin liverpool mohammed salah kontiraata isaa dheeressuudhaaf walii galuuf qarqararra gahu odeeffannoon amma bahaa jiran ni mul'isu
mohammed salah kana booda waggoota lamaan dhufaniif liverpool keessa turuuf oan tahu yoo ta'u innis kontraata liivarpuul waliin qabu haaromsuudhaaf qophii tahuu maddeleen ragaa bahu.
Deeggarttoonni Liverpool Adda erga isiif deebisaa