Murad jamal

Murad jamal

Share

Afownaa lillah

Photos from Murad jamal's post 14/04/2021

Masha allah gareen deggarsa yatiima
Deggarsa isaa karuma hundaanuu itti jiraachu isin biraan gahuu barbaada
Wantoonni suuraan asiin gaditti mullatan kun mallaqan kan deggarameefi dachii irra qotuun yatiimota deggaramaniidha
Inni mallaqaan 2000/kuma lama deggarame tamaari University
Kaanis yatiimota abban irra due kan dachii qabaniidha tahuu jollen xixiqqo tahuu wajjin wanuma qaban biraa rakkachaa jiraniidha
Tola ooluun iccitii milkaainaati

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Dukkanarra Gama Ifaa
Addis Ababa