Mobile Theological College

Mobile Theological College

Share

We teach Bible & Mission, Degree

08/04/2024

GALMEERA JIRRA

08/04/2024

GALMEERA JIRRA

Whatsapp fi Telegram irratti Degree fi Diploma barachuuf +251921829670 add gochuun ykn bilbiluun baradhaa

19/12/2023

ግዜው . . .

TikTok · dawitdreams 08/12/2023

ስብራትን እንጠግን

TikTok · dawitdreams 71.5K likes, 2033 comments. “ፈገግ ስል ነው የምታዩኝ!”

10/06/2023

Barnoota Macaafa Qulqulluu audio fi pdf bakka jirtani baradhaan afeerrii keenya

25/04/2023

Yaa Waaqayyo, marii nagaa biyya keenyaa keessatti argamii nagaa nuu deebisii!

15/01/2023

Amen

09/10/2022

Ⓜmaaliif du'a hin sodaattu?
'Si ajjeesuun' dhufe jedhee isa ajjeefamutti ol-galee meeshee ittiin ajjeesu itti baafate. Ajjeesuudhaan muxxannoo hedduu akka qabu, namoota ajjeeses tarreesseef. Namichi ajjeefamu sodaa malee yeroo inni callisee ilaaluun, si ajjesuun dhufen jedhee sagalee guddaadhaan sodaachisuu yaale. Namichis 'dhaga'eeraam' jedheen. Waan jettu yoo qabaatte, jennaan.
"Ani ergan du'ee bubbuleeraam" jedheen.
Ajjeftus dhiiftus du'aa maaltu dinqa!
Dhugaan jiru tokko jireenyi nuti lafa kanarra bubbuluuf wal abdachiifnu isa du'a garas karaa Kristos abdannu wajjin yeroo wal bira-qabnu, of-gowwomsaa fi wal-gowwomsaa qofaa ta'ee argina.
'Ani hin du'u!' jechaadhuma duuna. Hin duuta, yeroosaa hin beektu male, haa ta'u iyyu malee, "Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa!” jedhe Yesus.
— Yoh. 14:1

01/10/2022

irreechi aadaamoo amantiudha?
Karaan dhugaan jireenya bara baraatti geessu Yesus male hin jiru jedheen amana, kanas nan lallaba. Haata'u malee ani Oromoodha waanan ta'eef irreechi aadaa yoo ta'e hirmaachuunii fi hirmaachisuun koo dogoggora hin qabu, yoo garu, irreechi amantii ta'e, amantiin Kristoosirratti qabu har'aas boris bara baraanillee karaan biraan akka hin jirrettan hubadhee amanee, kanafuu amantiin koo gaaffii koo naaf deebiseera, walaa lammii ta'ee hin jiraadhu. Uumaa isa dhugaa ta'e Kristos Yesus isa hundumtuu isaan ta'e, isaan ala homtuu kan hin taane (hin uumamne) Uumaa maqaan ofiisaa mul'isee amaneera, bareeras.
irreechi aadaa yoo ta'e nan dhaqa amantootan geggeessus dhorkuu hin qabu jedheen dhugaasaa baruuf kadhadhe. Kadhannaan koo yaa Waaqayyo yoo ati dhimma kana naaf hin mul'ifnee bor anis bakka irreechaattan argama jedheen murteessee kadhadhee rafe.
Rafees abjuun abjoodhe.
Abjuudhaan caffee biratti of argee, ijaajjee baayyina bofoota akka hawwaannisaa hedduu cafficha irratti mukkeetii irrattan arga. Booddeekootiin dubartiin wayyaa adii uffattu tokko gateettiikoo tuqnaan na'een garagaleen ilaale. Maal asii goota? naan jette. Anis maal ilmaan bofaa akka hawwaannisaa balali'an argaa akkan jirun itti hime.
Isheenis waan kanaa baruu feetaa nan jennaan anis eeyyeen jedheen. Isheenis seenaa lafa kanarra ture naaf tarreessuu eegalte. Waggaa 600 dura bakka caffee kanaatti namichi tokko mana qaba ture, ammayyuu hundeen manasaa caffee kana jelatti argama jettee. Nammichis bofa lama qaba ture, haa ta'u iyyuu malee namichi duunaan bofoo lamaan (2) kun kan isaan sooru dhabanii turan. Booda garu ilmaan namichaa bofoota kana sooran waggaa 600 booda argaman.
Yeroo soora argatan bofonni kun aariidhaan wal horuu fi wal baayisuutti ka'an. Bakka ilmaan nammichaa jiran maratti balali'anii soorasaanii argachuu eegalan.
Hojiin bofoota kanaa:
1. ilmaan namicha kanaa barasaanii guutuu dhiigisaanii akka dhangala'u gochuudha.
2. ilmaan namichaa hiyyuma keessaa akka

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa And Its Surrounding
Addis Ababa