Dabalaa Daggafaa

Dabalaa Daggafaa It's all about God
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://www.youtube.com/

Obbolootakoo Faarfannaa Jaalala Gooftaa namatti agarsiisu kana seenaa ittiin eebbifamaa
21/09/2026

Obbolootakoo Faarfannaa Jaalala Gooftaa namatti agarsiisu kana seenaa ittiin eebbifamaa

🎵 Yesuus Nu Jaallata — Yisihak Tesfaye & Dawit Bedo🎼 Music Arrang...

08/09/2026

I am trying my best in all what i am enterested


06/08/2026

Ilaa akkasi Haadhokoo✍️
Har'i dhihee bari'ee bor tawuun dirqama uumamaa akkuma taye Haalonni har'aas akkasuma bor haaraadha✌️

Yeroo tokko tokko gaafati baayeema nama kabaajju innimmoo gatii ati gadi jettee isa kabajjeef namuma homaa hin beekne si...
06/08/2026

Yeroo tokko tokko gaafati baayeema nama kabaajju innimmoo gatii ati gadi jettee isa kabajjeef namuma homaa hin beekne si godha✍️. garuu nama kabajuun yerooma hunda waan namichi nu caaluuf qofa miti, kabajuun Eenyummaa keenya nuuf tayeeti malee✌️

23/07/2026

Yeroon dhiphinaan dabarsan daqiiqaa 1ttiin Akka waggootaatti sirra dheeratti, Waggoonni ati itti gammaddee utuu dhumuu baatee jettummoo utuu daqiiqaa 1ttiillee sitti hin fakkaatin si jalaa darbu

12/07/2026

Lubbuun namaa Barabaraan jiraachuun filannoo miti dirqama, Tsiwoon ykn Si'ol jiraachuun garuu dhimma filannoo jireenya har'aati.✍️

09/07/2026

Isa dhugaa Amma utuu Bor duuta jedhamtee mee hara maal goota?🤔

07/07/2026

Waayeema Dhiigakeen himaa dullooma🔥🙏
✅ Yesus💙

Address

Bishoftu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabalaa Daggafaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share