23Waaqayyo tiksee koo ti,
ani homaa hin dhabu!
2 Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha,
gara laga itti aara galfataniittis na geessa;
3 inni lubbuu anatti in deebisa,
maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelaa irra na geggeessa.
4 Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa1 keessa yoon adeeme iyyuu,
hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu;
ati anaa wajjin jirta,
uleen keetii fi dhaabanni kee ana in jajjabeessu... Waaqayyoo bekkaadhaaa
Enough For False Teacher from Any where
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Enough For False Teacher from Any where, sansusii, Addis Ababa.
16Namni garaa isaatti yaadee in akeeka,
wanta namni deebii kennu garuu,
Waaqayyotu isaaf kenna.
2 Namni akka ofii isaatii ilaalutti
karaan jireenya isaa hundinuu qullaa'aa dha,
Waaqayyo garuu,
hafuura inni ittiin geggeeffamu
sana in miijana.
*1 16:9; 19:21
*2 21:2
3 Hojii kee hundumaa Waaqayyotti kennadhu,
wanti ati yaaddus
fiixaan siif in ba'a;
4 Waaqayyo wanta hundumaa sababii uumeef qaba,
warra jal'oota iyyuu
guyyaa badiisaatiif kaa'e.
5 Waaqayyo warra garaa isaaniitti
of gurguddisan
hundumaa in ciigga'a,
isaan utuma harka wal qabatanii iyyuu
utuu hin adabamin hin hafan.
6 Gaarummaa fi amanamummaadhaan
isa yakkeef araarri in godhama;
namni Waaqayyoon sodaachuudhaan
wanta hamaa irraa in fagaata.Fk. 16
29Yaa warra waaqa irraa, Waaqayyoof ulfina dhi'eessaa!
Aangoo Waaqayyoos beeksisaa!
2 Ulfina maqaa isaatiif ta'u Waaqayyoof dhi'eessaa!
Qulqullummaa akka mi'a miidhaginaatti
naqadhaatii Waaqayyoof sagadaa!
*1 103:20-21
3 Sagaleen Waaqayyoo galaana irraa in dhaga'ama,
Waaqayyo inni ulfina-qabeessi in qaqawweessa'a;
inni galaana gurguddaa irrattis
waaqayyummaa isaa in argisiisa.
4 Sagaleen Waaqayyoo humnaan in dhaga'ama;
sagaleen Waaqayyoo surraadhaan in sochoosa.
5 Sagaleen Waaqayyoo muka gaattiraa in caccabsa;
Waaqayyo muka gaattiraa
tulloota Libaanon in caccabsa.
6 Inni tulloota Libaanon akka jabbii,
tulluu Siiriyonis
akka dibicha gafarsaa in burraaqsisa.
7 Sagaleen Waaqayyoo balaqqeessa
akka ibiddaa in finiinsa;
8 sagaleen Waaqayyoo lafa duwwaa in sochoosa.. frs 29..
Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundinuu ilmaan Waaqayyoo ti.
15 Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; hafuura kanaanis, “Abbaa keenya” jennee Waaqayyoon in waammanna.
16 Hafuurri Waaqayyoo hafuura keenyaa wajjin walii galee, ijoollee Waaqayyoo ta'uu keenya dhugaa in ba'a.
17 Nuyi ijoollee Waaqayyoo erga taanee, warra waan hundumaa argatan in taana; waan kana hundumaas Waaqayyo biraa in arganna; Kristosii wajjin erga dhiphannee, isaa wajjin immoo ulfaachuudhaaf, waan Kristos argatu hundumaas isaa wajjin in arganna....Rom8-14--
Mammaaksa wanta qulqullaa'aadhaan mormu isa dubartoonni dullooman mammaakan hin fudhatin; nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qopheessi!
8 Namummaa foonii cimsuuf of qoqqopheessuun wanta muraasaaf nama gargaara; nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qoqqopheessuun garuu, wanta baay'eedhaaf nama gargaara; jireenya ammaaf, isa dhufuufis abdiin isuma keessa jira.
9 Dubbichi amanamaa dha, guutummaatti fudhatamuunis in ta'aaf.
10 Waaqayyo fayyisaa nama hundumaa ti, addumaan immoo fayyisaa amantootaa ti; nuyi abdii keenya Waaqayyo isa jiraataa irra kaa'anneerra; kanaafi..1tim 4=7
Egaa attamitti akka deddeebitan haleelaa ilaalladhaa! Akka warra ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin jiraatinaa!
16 Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!
17 Kanaaf jaalalli gooftaa maal akka ta'e hubadhaa malee, wallaalota hin ta'inaa!
18 Dhugaatiidhaan machooftanii of hin wallaalinaa, isaanis of hin balleessinaa! Qooda kanaa Hafuura Qulqulluudhaan guutamaa!
19 Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!
20 Yeroo hundumaa waan hundumaafuu maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo abbaadhaaf galata galchaa!.. Efs 5=15
61Hafuurri Waaqayyo gooftaa ana irra jira,
sagalee misraachoo warra gadadamootti akkan himuuf,
Waaqayyo na dibeera;
warra garaan isaanii cabe akkan fayyisuuf,
warra booji'amanitti gad dhiifamuu,
warra hidhamanittis hiikamuu
akkan labsuuf inni na ergeera;Es. 61=1-
15Deebiin laafaan dheekkamsa in qabbaneessa;
dubbiin jabaan garuu
dheekkamsa in kaasa.
2 Arrabni ogeessaa beekumsa
jajee in dhageessisa,
afaan gowwootaa garuu
gowwummaa gad in jijjigsa.
3 Iji Waaqayyoo iddoo hundumaa jira,
isa hamaa fi isa gaarii in arga.
*3 2Sen 16:9
4 Arrabni dubbii nama suphu dubbatu muka jireenyaa ti;
arrabni dubbii mimicciiru garuu yaada namaa cabsa...fkn 15-1-4
Waamamuu Ermiyaas
4 Dubbiin Waaqayyoo gara koo dhufee,
5 “Garaa haadha kee keessatti
utuun si hin tolchinan si fo'adhe1;
utuu ati hin dhalatin
addaan si baaseen,
sabaaf raajii akka taatuuf
si kaase” jedhe.
*5 Isa 49:1; Gal 1:15
6 Ani immoo yommus, “Maaloo yaa Waaqayyo gooftaa, kunoo, ani mucaa waanan ta'eef attamitti akka dubbatan hin beeku” nan jedhe.
7 Waaqayyo ammas anatti dubbatee, “Gara ani itti si ergu hundumaa dhaqi, wanta ani si abboomu hundumaas godhi malee, ‘Ani mucaa dha’ hin jedhin!
8 Ani si oolchuudhaaf sii wajjinan jira'o ati isaan duratti hin sodaatin!” jedhe; Waaqayyo kana dubbateera.
*6 Bau 4:10; Isa 6:5-7; Abo 6:15
*7 Bau 4:12
*8 15:20; 30:11; 42:11; Bau 3:12
9 Ergasii Waaqayyo hiixatee harka isaa afaan kootti buusee, “Kunoo, ani dubbii koo afaan kee keessa nan kaa'a;
10 ilaa, akka ati buqqiftuuf, akka diigduuf, akka balleessituuf, akka garagalchituuf akka ijaartuuf, akka dhaabduufis ani har'a saba irratti, mootummoota irrattis aboo siif kenneera” naan jedhe.....
💪💪💪!!!.....inni fedha Waaqayyoo Yeroo isa ummee Qabu dubbarti wajjin jirachu wanni Qabuf.. salphadhummatti sobu Waan Danda'uuf akka mi'aa (Gaatii)ittin dubartii Argattannitti.dubbii soba fayyadamun sii jaaladhe jechuun hin Gowwomsa Feedhasa hin rawwatta... jaalala Dhugaa male jaalala dhugaa hin tanenii Dhiraaf dubariitokko walibira genyaan Ejjaa ta'aa. Ega Fedhi garii Waaqayyoo kessasaa ka'ee ture. Amma Ejjaa ta'eraa jechudha. wa'ee ejja immo waqii musetti Hime. yesus immo Eenyuu iyyu fedhidha Gara dubartii Yoo ilaallee ykn yoo fedhe grassati inii Hin Ejja jedha.(wajjin ciisuu). Ega nammichi Ejjuu Jaalqabee hin mi'eeffatta sababiinsa Ejji Akka waanta arsaa waaqa Tolfammafi dhiyattuttii.(seraan Hin fudhuutanani)namichi 4 ta'erra.. Ergassii inii Humnassa ejjatti fixaa.. Macaafa waaqayyoon waaqakeefii maale hin sagadiin jedhaa.. namichi uttu hin bekkiin Arrisaa waaqatolfamafii ergaa hiyesse inni waaqalii Sadii ofii irratti mosiseraaa... 1Soba, 2Ejja, 3Waaqa tolfamma.. Nammichi jireenya isan kan Bodee Waaqayyoo waaqa Qulqulluu Arii'achuu jalqaba.. Akkamitti isa jedhuuf inni Fakkeenyaa nama Jaalidha wani Ta'eef Kan akkassatti Miseensaa Dabalachuu Eeggalla Ergaa hojii Hamma Hojeettusananni Baritu ykn Hir'iyya argatte inni baayyacha hin Adeemma.. Namichi Qofature mana ijarattee.olassa Jalisu Egalla. Nannossatti Fakkenyaf dhugati machesu.Garmalee dhugee mna gala ta'aa inni kanani. Albadhessa ta'aa.Golii kassa. dubbii barbadaa..badii male Nama Arabisa ergaa nama Arbisuu shakkallee immo. waaqa arbsa.Waaqayyoottii hin Qosaa(namichii Yaakka hunduumma hin rawwattee. Cubbama abbommi Waaqayyoon mormu Ta'Eerraa)
Matt 8=28--34..
1=Sexxanni maliif Booyye kessa akka jiraattuf yesusiin kadhatte..
2=Sexxanni maliif Ofii Keessaa bahee bakka Jaalatte hin Dhaqnee??
3=Sexxanii namotta Sana kessa ture yesus Gara kaminni akka Jarii demman barbdaa? Ykn Essatti Erguu danda'aa Ergaa ifaattee..
4=Sexxannichi Maalif Jara lameen Argattee qoda godhaattee...
5=Booyyeen Nanno sana turee Sunii Eenyuu Bakka Bu'aa.. (ykn)Nama akkamittu Akka booyyeettii jiraattaa.?
6=Sexxanni Akka maacafii jeedhuttii Tokko Ta'ee nama Senee yeroo namichaa keessa bahee sukku qofa keessa Bahaa....
7Maliif Sexaanni tokko Qodaa ykn nama Durii gadiidhissee sokkee tokkotti 7Ta'ee debbii'aa....
8.sexxannii Hin bayyatta?
9=Sexxanni walhoraa..?
10=Sexxanaa Gosa meeqa qaba..
11=Maaliif Sexxanni Dhalla nama Wajjiin jiraachudhaf humna Jabeffattee bakka duri turetti debbi'uufQabsa'aa
12 Maacafi akka jedhutti Sexxanni akka lencaa isiin nannawee hin Addaa jedha. inni maalif lencattii Fakkefammee.?
13. Nama Jaalatti maaliif sexxanni itti Galaa
14.Sexxanni Garaa Yesus Bifa maliittin dhufee. isaa Qore...?
15.Sexxanni Nama Qulqulluu ykn Nama Qajeelaa maalif addamsaa..?
16.Waaqayyoo Ergaa Sexxana jedhammu itti Fayyadammu danda'aa. yoo itti Fayyadame Garaa nama Qajeelatti ergammo Garaa nama didee abbommissadhisettii ergaa
***17=Sexxanna hin Umamma yoomii, Akkammitti
-Xurra'uumman Baayyachaa Gaafaa Adeemu Jeechuuni
:::--namni Tokko yoo sobee inni Yakka rawwatterraa. itti dabale Ammasi ykn irradedebiin Yoo soba Shakallee. Waaqayyoo itti Fagatta. Sexxanni itti Gala.... namni soba osso hin sobiin hin olee kun. Hammachu ykn nama haadhessuu sakallaa. inni bakkumma dhaquttu nama haadhessa. jibbujalqabe sexanni inni lammafaan itti galera jechudhaa..(yesus namni nama jibbe Akka wantaa nama Ajjeesseetti jedhee barsisserraa..).. Essabodee namni kuni qama sadiita'aa(fedhissa sadiitu isa geggessa).. inni fedha Waaqayyoo Yeroo isa ummee Qabu dubbarti wajjin jirachu wanni Qabuf.. salphadhummatti sobu Waan Danda'uuf akka mi'aa (Gaatii)ittin dubartii A
The Mostly Danger in Christianity is false speech. false is Like Virus on road when we Walking with GOD it's make Devoted (Saparet )us From GOD..
Laying Same Bady is lying your Self and Make You Servat Seton.other Way's You ignore holy spirit.
That Time Holy Spirit is Sad. Because of He is The Spirit of True only. Holy Spirit is Never Lying Any One. But in Holy Bible same of person are Try to Lying Him. for Example..in new tesmoniy.H/E (act)5.3-. ananiysi Akka Ati Hafuura Qulqulluu Sobduf Horii aradda Kee itti gurgurte keessas Akka ati Dhokfatuuf maaliif Seexanni yaada garaakee keessa guute.. jedhe...you lied to GOD, not to us.... Saol ክንግ also try to lied ሳሙኤል..1samu'አል 15=13--- Kanaafis Saamu'el achitti gara Saa'ol in dhaqe; Saa'olis, “Waaqayyo si haa eebbisu!” jedhe; itti fufees, “Ani wanta Waaqayyo na abboome raawwadheera” jedheen...... namni Sobu hin Tufatamma Fula ዋአቃዮኦ ዱራትት.... Try to Spiking True.......
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Telephone
Website
Address
Addis Ababa