12/10/2025
Galmeen Eegalee jira.
Abdii Haaraa, Bara Haaraa, Carraa Haaraa, Ogummaa Haaraa!
Yeroon kun hiree kee gara fuula duraa murteessuuf humna siif kenna.
Leenjiin Teeknikaa fi Ogummaa riqicha amanamaa gabaa beekumsaa irraa gara addunyaa hojiitti isin geessudha.
Gara Kolleejjii Poolii Teeknikaa Waacaalee Kaarli dhufun abbaa Ogumma ta'i!
Har'a borii kee irratti hojjachuu jalqabi!