Chala Mohammed

Chala Mohammed oromoo saaba koo

14/03/2026

πšπš’πš£πššπš’πš’πš— πšπšŽπšŽπšœπšœπšŠπš—: πŸ‘‰ halkan leeylatul qadrii San keessatti
𝚈𝚘𝚘 πšœπšŠπš–πš’πš’ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠ πš“πš’πš›πšŠπšŠπšπšπšŽ πšπšŠπš‹πš‹πš’ πš‘πšŠπšŠ πš‹πšžπšžπšœπšž !!
𝚈𝚘𝚘 πšπšŠπšŒπš‘πš’πš’ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠ πš“πš’πš›πšŠπšŠπšπšπšŽ πšπšŠπš‹πš‹πš’ πš‘πšŠπšŠ πš‹πšŠπšŠπšœπšž !!
𝚈𝚘𝚘 𝚏𝚊𝚐𝚘𝚘 πš“πš’πš›πšŠπšŠπšπšπšŽ πšπšŠπš‹πš‹πš’ πš‘πšŠπšŠ πšπš‘πš’πš‘πšŽπšŽπš’πšœπšž !!
𝚈𝚘𝚘 𝚠𝚊𝚊 πš‘πš’πššπššπš˜ 𝚝𝚊𝚊𝚝𝚎 πšπšŠπš‹πš‹πš’ πš‘πšŠπšŠ πš‘πšŽπšπšπšžπš–πš–πšŽπšŽπš’πšœπšž !!
𝚈𝚘𝚘 πš‘πšŽπšπšπšžπšž 𝚝𝚊𝚊𝚝𝚎 πšπšŠπš‹πš‹πš’ πš‘πšŠπšŠ πš‹πšŠπš›πšŠπš”πšŽπšŽπš’πšœπšž !!
𝚈𝚘𝚘 πš’πšœπš’πš— πš‹πš’πš›πšŠ πš“πš’πš›πšŠπšŠπšπšπšŽ πšπšŠπš‹πš‹πš’ πš‘πšŠπš›πš”πšŠ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠπš— πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠ πš‘πšŠπšŠ πš—πšŠπššπšž
π™°πšŠπš–πš’πš’πš— π™°πšŠπš–πš’πš’πš— 🀲 😭 🀲 😭 🀲
π™³πšž'𝚊𝚊'πš’πš’ πšπšŠπš—πšŠ π™°πš”πš”πšžπš–πšŠ π™°πšŠπš–πš’πš’πš— πš“edha!!!!

07/03/2026

Hulaan Rizqiin duraan qabdu siif haa barakattu!

Hulaan Rizqiin haarawni
siif haa banamtu

01/03/2026

Iraan gadda uffattee jirtti!
Dubbiin akka Araboonni biyya keessaa odeessan akka hin taane amma hubadhaa! Iraan gadda guyyaa 40'f labsitee jirtti.

Isiraa 'eel fi US haleellaa kanaan milkaa 'anii akka jiraniis himaa jiru πŸ™

Inni waggaa dheeraaf uummata Iraan rakkisaa ture akkuma Donald Trump jedhan galagalee uummata Iraan 'f biiftuun biliisummaa baatee jirtti πŸ™

Odeeffannoo waa 'ee lola kanaa jala bu 'ee isiniifan gabaasaa na hordofaa πŸ™

Page Segni AmanuelβœοΈπŸ“

  πŸ₯°πŸ₯°β€œJabinaan dursaa jiru” - miidiyaalee mootummaa Iraan waliin hidhata qabanDhaabbileen oduu   fi Mehr mootummaa Iraani...
01/03/2026

πŸ₯°πŸ₯°

β€œJabinaan dursaa jiru” - miidiyaalee mootummaa Iraan waliin hidhata qaban

Dhaabbileen oduu fi Mehr mootummaa Iraanitti dhihoo ta’an, Hogganaan Ol’aanaa biyyattii Ayaatollah Ali Khamenei lubbuun jiraachuu fi β€œjabinaan hogganaa jiru” jechuun gabaasan.

πŸ‘‰Qondaaltonni Iraan gabaasa Israa’el kana β€œwaraana xiinsammuu” jechuun kuffisaniiru.

Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Abbaas Araqchi akka jedhanitti, Khaamenee fi preezdaantiin fayyaa gaarii keessa jiru.

20/02/2026

Galmee warra Ramadana
kana keessa milka'uu
keessa tokko Rabbii nu
ha godhu 🀲

20/02/2026

🌹As 🌹 wr 🌹 wb 🌹
🌹Obbolleyyan Akkiira ☝️ πŸ«‚
🌹 Yoon isin hamadhee jiraadhe
🌹 Yoon isin arrabsee jiraadhe
🌹 Yoon isin miidhe jiraadhe
🌹 Yoon isin arsee jiraadhe
🌹 Yoon isin xiiqqese jiraadhe
🌹 Yoon isin tuffadhe jiraadhe
🌹 Yoon maqaa kessan xureesse jiraadhe
🌹 Yoon waan hamtu isnitti yaade jiraadhe
Rabbumafi jechaa dhiifama naafi godhaa

♠️ jiini ulfaataan
♠️ jiini kabajamaan
♠️ akkasumas jiini jaalatamaan
♠️jiini ramadaanaa
♠️kan seenaa jiru kun
♠️ Dhibee kee fudhatee
♠️ yaaddo kee fe'atee
♠️qormaata kee baate
♠️gadda kee sassaabate
♠️ galma rakkina kee raase
♠️kan siif hin maalle yaase
♠️ hiyyumma sirraa kaase
♠️Sirra haa darbu Aamiin jedhii

Waggaa fuuldura kessan jiru kan dhufu kan nagaa baate,jaalala hammatte,furmaata qabatee isinfi haa dhufu heddun isn jalladhaa nafi jiradhaa,follow

20/02/2026

πŸ‘‰Miilli kee fayyaa🦡
πŸ‘‰Harki kee fayyaaπŸ™Œ
πŸ‘‰Gurri kee fayyaaπŸ‘‚
Mee daqiiqaa 1f uumaa kee galateffadhuu darbiπŸ™πŸ₯°

20/02/2026

"Soomanaa fi Qur'aanni gabriichaaf magantaa seenan: magantaan isaaniitiis ni qeebalamtii." Je'an Nabiin ο·Ί

Address

Addis Ababa

Telephone

+251914955895

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Chala Mohammed:

Shortcuts

Share