25/09/2025
==============////===========
Congratulations ππ
Uummaata Aanaa keenya Yaayyaa Gullallee Gaaffii bara dheera Uummaatni keenya Gaafacha turan Magaala Fittaal Keessaa Mana barumsa Sad.1ffaa tokko qofa kan ture,Reeshoon barattoota Mana barumsa tokko kan ture ammatti lama irraan geenyera. Mana barumsa Tulluu Fittaal sad.1ffaa hojii bara 2018tiif qophii Xumureera.Baga Gamadan.