Islamic post

Islamic post

Share

Kandursu Barnoota

04/02/2026

Fuula Abu Haziq Shafi Kana Followe Godhaa Mee Histii Dhiisaadha Hordoftoota Fuula

01/02/2026

Namichi Kun Maqaan Baduurra Mataan Baduu Woyya Waanjedhe Fakkaata
Akkamitti Akka Dubbannuu fi Waan Akkamii Akkamaxxansinu Of Eeggannoo Natti Kennaniiru

Photos from Abu Haziq Shafi's post 31/01/2026
23/01/2026

Assalaamu'alaykum Warahmatullaahi
➡️Amaloota Namoota Dhugumaan Nama jaalatani Keessa Muraasa isaanii
➡️1,ffaa👉 Ija Duraa Sidhabuu hin barbaadan
➡️2,ffaa 👉Gammachuu kee Male Gadda kee hin Hawwan
➡️3,ffaa 👉Amala ykn Haala Gaarii Ati Qabdu male hanqina Kee hin Mul'isan (Hin tamsaasan)
➡️4,ffaa 👉Waan gaari siif godhan Dabarsanii Nama biraatti hin himan
➡️5,ffaa 👉Waan Siif Godhanittis Hin Gaabban (hin Sheenawan)
➡️6,ffaa👉 Waan Gaarii Tokko Yoo Argatan Daddafanii Sitti Himuu Jaalatu Sababni Isaas Gammachuun isaanii Gammachuu Kee Ta'uu Waan Amananiifi
➡️7,ffaa 👉Rakkina Isaan Mudate Sitti Himuu Caalaa Sidhoksuu Filatu kunis Sababni Isaa Sirakkisuu fi Sidhiphisuun Waan isaanitti Ulfaatuuf
➡️8,ffaa👉 Gaafa Si'arganii Yaada jiru Siif Tarreessanii Malaa Marii sigaafatanii Woliin Haasoftan Tasgabbii fi Gammachuu Argatan
➡️👉9,ffaa fi
➡️👉10,ffaa
isiniifin Dhiisa Maaloo Naaf Barreessaa ✔✍Tawfiq Shaafi Galatoomaa Horaa Bulaa Deebanaa

11/01/2026

Warraa duraa 13% keessan jira akka deeggaraa Abu Haziq Shafi tti. Torban darbe tarree hirmaannaa torbanii isaanii irratti qabxii 69n argadhe.

01/01/2026

Tawfiq Shaafi Abu Haziq Shafi Karaa isaan Kana lamaaniitiin Nuhordofuu hin dagatinaa

Photos from Islamic post's post 23/12/2025

this is Islamic

23/12/2025
Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Addis Ababa