05/05/2025
Barattoota World Mission muraasa waliin.
Nu biratti barnoota qulqulluna olaanaa qabu kottaa baradhaa.
0965723389
#Kolleejjii_Misiraachoo_Wangeelaa (AFAAN OROMOO) Maasters, Digirii, Dippiloomaa fi Sartifikeeta
05/05/2025
Barattoota World Mission muraasa waliin.
Nu biratti barnoota qulqulluna olaanaa qabu kottaa baradhaa.
0965723389
30/04/2025
!
Kol.Ti. MiW irraa:
hundaaf:-
Nagaa!!!
Barnoonni Sambata duraa 25/08/2017 koorsiin baay'ee murteessaatu kennama ganama 2:30 tti jalqaba.
Bakki barnootaa - Biiroo Giddu galeessaa MiW ti.
Kanaafuu;
* Guyyaa fi yeroo eegdanii akka argamtan.
* Hojii manaa xumurtanii akka argamtan.
* Qormaataaf akka qophooftan.
* Koorsii qormaata hin qoramin yoo qabaattan guyyichatti ni qoramtu waan ta'eef qoohooftanii argamuu qabdu.
* Kaffaltii koorsii kaffaltanii argamuu qabdu.
haaraa nama tokko tokko qabattanii dhufuu qabdu.
Wal beeksisaa.
Nagaa wajjin;
28/04/2025
Sambata duraa 25/08/2017.
Semesteera haaraatti waan seennuuf barataa haaraas ni galmeessina.
Eebbifamaa.
26/04/2025
“Kottaa in gammannaa, in ililchinas! Maqaa isaas in guddifnaa! Guyyaan gaa'ela hoolichaa ga'eera, misirroon isaas isaaf of qopheessiteetti !”
— Mul. 19:7
25/04/2025
Guyyaa har'aa(17/08/2017) Kolleejjii Tiwooloojii Misiraachoo Wangeelaa wirtuu sadarkaa BA tiin barsiisa jalqabnee jirra.
ulfinni Gooftaaf haa ta'u. Warri naannoo sanaa carraa kanatti fayyadamuudhaan itti makamaa isiniin jenna.
24/04/2025
Buraayyuutti Sanbata duraa 18/8/2017 Koprsiin kun waan baratamuuf, tajaajiltoonni dhuftanii barattoota keenya waliin barachuu ni dandeessu.
- Waldaya biraana Kiristoos buraayyuu
- Sanbata duraa 18/8/2017
- ganama 2:30
namuma fedha qabu afeertanii qabaattanii dhufuu ni dandeessu.
23/04/2025
Kol/T/ Mis/ Wangeelaa irraa:
yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa 2017 E.C geessan.
Barnoonni (Sanbata duraa 18/08/2017) dha.
* Qormaata 2'f qophaa'aa.
* Hojii manaa hojjedhaa.
* Gatii koorsii kaffaltanii nagahee qabachuu qabdu.
* Yeroon barnootaa ganama sa'a 2:30 dha.
*Barataa haaraa fidaa kottaa.
Wal yaadachiisaa.
.
18/04/2025
.
Ayyaana itti LUBBUU 1 amansiistan isiniif haa ta'u.
08/04/2025
Carraa barnootaa guddaa kana fayyadamaa.
bilbila -
0921639660
0932845175
0965723389
03/04/2025
Kol.Ti. Misiraachoo Wangeelaa irraa:-
:
Nagaa!
Barnoonni MA Sambata Duraa (27/07/2017) dha.
Koorsiin Heermeeneetiksii waan kennamuuf eenyu iyyuu irraa hafuu hin danda'u.
Yeroon isaa ganama sa'a 2:30 dha.
Bakki barnootaa Waajjira Giddu galeessaati.
*Wal beeksisaa.
*Barataa haaraa qabadhaa kottaa.
*Hanga koorsii 5 tti Kaffaltii xumurtanii dhufuun dirqama.
Eebbifamaa.
dhugaa ba'uun itti fufa! Yoh 18:37.
26/03/2025
Sambata duraa 20/ 07 / 2017
ni barsiifama.
2017 gabaasa qorannoo isaanii ni dhiyeessu.
diploma qorannoo ni dhiyeessu.
Qorannoo isaanii ni dhiyeessu.
Hubachiisa:
ni galmeessina. Koottaa barnoota sadarkaa isaa eeggate nu biratti baradhaa.
15/03/2025
“Ergasii macaafa haa hubataniif sammuu isaanii ibseef.”
— Luq. 24:45
Post from Misiraachoo Wangeelaa tube “Ergasii macaafa haa hubataniif sammuu isaanii ibseef.” — Luq. 24:45 Kottaa baradhaa.