Jesus our lord

Jesus our lord

Share

Nuti dhuga baatu kirstoos isa fannifameeti!!

31/01/2024

vacancy
Link isaa comment irra isiniif godheera.
Deema achiin Apply godhaa
How to Apply?:- Link comment jala jira👇🏽
follow us

30/01/2024
Photos from Jesus our lord's post 13/07/2021

From my past....

GEMECHU RAFERA: MO'EERA GOOTNI KOO 28/06/2021

GEMECHU RAFERA: MO'EERA GOOTNI KOO ONLY ON EGEREE MEDIAAll videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospe...

09/06/2021
09/06/2021

#
" Ilmaan Elii Waaqayyoon kan hin beekne, namoota waa'ee hin baafnes turan;" (1Sam 2: 12)
Garuu isaan ija amantootaa duratti luboota mana Waaqayyoo kan turanii fi Waaqayyoof aarsaa kan dhiyeessani akkasumas saba Waaqayyoo fi Waaqayyoo gidduu kan dhaabbatan turan. Haa ta’u malee Isaan Waaqayyoon kan tuffataman turan.
Jaarraaa amma jiru kana keessatis jireenya ilmaan Elii kan fakkaatu kan qabani kan akka Hofni fi Fenas ta’an mana Waaqayyoo keesssa guutani jiru.
Ilmaani Eelis maal fakkaatu turan yoo jettan Isaan amala akkasii fi jireenya akkasi qabu turan.
# Waaqayyoon hin sodaatan
# Ulfina Waaqayyoof hin keennan
dhihaatu Saamu

aarsaa dhiyeessan rakkisu.
Mana qulqullummaa jedhani dhufan dogoggorsuun xuressu.
mana qulqullummaa keessa jira haa jedhan malee Waaqayyoo fuula isaa irraa naanneeffateera.
kan hin beekne
waa'ee hin baafne
# Akka isaan amala godhatanitti, yeroo
namoota Israa'el warra gara Shiiloo dhufan hundumaa akkuma kana godhani in rakkisu turan.
namoonni Waaqayyoof dhi'eessan ni salphisu.
Macaafni akkuma jedhu cubbuun ilmaan Elii Waaqayyo duratti sonaan guddaa in ta'e jedha. Sababbii gochaa isaani kana hundumaa fi jireenya xuraawaa ta’e qabatani saba Waaqayyoo dogoggorsaa turee f kufaatiin Mana qulqullummaa akkasumas biyya irratti dhufuu danda’ee jira. Sababbii isaaniin tahinsa guddaa ykn kufaatin guddaan biyyatti mudachuu danda'e.
Innis ;
kakuu Waaqayyoo ni booji’ame
Waraana irratti dhahamani dhuman.
Sabnii fi biyyii kufaatii guddaa keessa seenuu danda’aani jiru.
# Elii fi ilmaan isaa lamaan akkuma Waaqayyoo dubate ni du'aan.Raajota sobduu bara kanaas akkuma kana ta'a dhumni isanii.
Yaa saba Waaqayyoo hubadhaa,kan akka ilmaan Elii bara amma jiru kana kessatti baayyatani jiru .Jireenya xuraawaa ta’e qabatani Fuula Waaqayyoo fi saba Waaqayyoo dura dhaabbachuu barbaaduu garuu isaan matuma namoota Waaqayyoon hin beknee fi hin soddane akkasumas bu’aa kan hin busne Waaqayyoos isanif tajaajila isaani kan hin beekne dha.
isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa gooftaa, yaagooftaa,
*nuyi maqaa keetiin raajii dubbanneerra,
* maqaa keetiin hafuurota hamoota baafneerra,
* hojii aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?
' anaan jedhu. " Ani immoo yeroo sanatti, 'Matumaa ani isin hin beeku, isin yaa warra hamaa hojjettanii, ija koo duraa badaa!' jedheen mul'inatti isaanitti hima" jedhe."
(Mat 7: 22-23)
Namoonni bara dhumaatti kirstoos Yesusin matumaa ani isin hin beeku jedhamani kun enyuu yoo jettani,namoota akka ilmaan Elii namoota duraatii Anii lubaa ,Ani raajjii dha, Ani Ergamaa dha,Ani Raajii Guddaa dha jedhani beekamaan garuuWaaqayyoon kan isaan hin beeknee dha. Obboloota koo bara dhumaatti raajonni sobduun baayyeen ni ka’u jedha.warra filataman hanga gowwomsaanitti ni gahu jedha. Baayyeen rajoota kan jedhaman ergamaa kan jedhaman bayyee dha.Garuu isaan hunduu Waaqayyoom bira miti, sababiin isaa qabeenya namaa saamuu,sobaan Raajii, hadha manaa,namootaa walin ejjuu,dubartoota xurreessuu , dubbii sagalee Waaqayyoo hin dubbisan,hin kadhatan,garuu tajaajiltoota .Akkasumas ni faarfatu . dheekamsi ilmaan Elii fi Elii irrati dhufe itti dhufuuf Jira. Kana immoo ijaa keessanin arguuf jirtu .
(Mul 2 ) 21 Ani yaada garaa ishee akka geddarattuuf yeroo kenneefiin ture; isheen garuu gaabbitee gaalamootummaa isheettii deebi'uu hin barbaanne. 22 Kunoo, ani akka isheen dhukkubsattee siree irra ciiftu nan godha, warra ishee wajjin ejjan immoo gabbanii hojii ishee irraa yoo deebi'uu dhaabaatan, rakkina guddaa keessa isaan nan buusa.
Kuni hunduu ta’uuf Jira isinis namoota kana irraa of eeggadhaa.
Namootni kunnin jireenya keessan kessatti moo’icha ykn Eebba osoo hin taane moohamuu ,kufaatii fi abaarsa gara jireenya keessanitti fidani dhufu waan ta’eef,namoota akka ilmaan Elii kanarraa of eeggadhaa .
Ta’ee @ 21

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

ETHIO OROMIA
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00